Qorannoon TV’n biyyattii
gaggeesse maallaqi doolaara Ameerikaa miiliyoona 400 caalu kan Covid-19
ittisuuf deggersaan argame ammallee tajaajila kanaaf kan hin oollee fi eessa
buuteensaa kan hin beekamne ta’uu ibse.
Garuu namoonni kunneen walii galuun akka waan ijoolleen kunneen
maatii hin qabneetti mana murtiitti galmeessuun guddifachaaf kennaa turan.
Dhimma kana erga hubatee booda, Ministeerri Maallaqaa US haadha
seeraa Yugaandaa himatamte, abbaa warraashee fi abbootii murtii Yugaandaa kan biroo lama irra qoqqobbii diinagdee kaa’eera.
Ambulaansiin beelladaa Itoophiyaatti kan 'jalqabaa' taate hojii eegalte