Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Sochiin Israa'el Itoophiyaaf abdiimoo yaaddoodha? Masriifoo?

  2. Chaayinaan Taayiwaan akeekkachiisuuf naannoo daangaatti shaakala waraanaa eegalte

  3. Kutaa Firaa: Aadaa gosti nama gochaa aadmalee hojjete harcummeen reebu

  4. WBO ji'a darbe maaliif abbootii alangaa Oromiyaa akka bute ibse

  5. Manni Maree Nageenyaa UN dhimma Somaalilaandiif walgahii ariifachiisaa waame

  6. Itoophiyaan biyya Israa'elitti aantee Somaalilaandiif beekamtii kennitu ta'uu dandeessi?

  7. Halkan edaa Raashiyaan Kiivirratti haleellaa jabaa raawwatte, Zeleniskiin waamicha dhiyeesse

  8. 'Dammekoo daabee tooraa' jechuun kan beekame Abbabaa Abbashuu akkamitti sirba lagate?

  9. Infuleensaroonni lamaanuu milkaa'aa jiru, isaan keessaa garuu ishee tokkotu nama

  10. Gamtaan Afrikaa beekamtii biyyummaa Somaaliilaandiif kennamu kamiyyu hin fudhadhu jedhe

  11. Viidiyoon gabaabaan daa'ima waggaa jahaa akkamiin jireenya maatii jijjiire?

  12. Dargaggoo moosaajii qubee Afaan Oromoo 'Qubee Kids' tibbana akkaan leellifamaa jiru duuba jiru

  13. Israa'el ifatti Somaalilaandiif beekamtii biyyummaa kennite

  14. Haleellaa naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa bakka albuudaa sadiirratti raawwatameen lubbuun namootaa darbe

  15. Maallaqni BRICS doolaraan dorgomuuf karoorfame maalirra gahe?

  16. Duulli Ameerikaan garee ISIS irratti eegalte maali?

  17. Waliigaltee Ameerikaan Itoophiyaa dabalatee kaan waliin mallatteessisaa jirtu maaliif falmii kaase?

  18. ABO-WBO, waa'ee hidhattoota namoota nagaarra miidhaa geessisuun himatamanii maal jedhe?

  19. Dadammaqiinsa hawaasa horsiisee bulaatiin kan yaadatamu Aabba Boruu Dhaddachaa eenyu?

  20. Paastariin 'Salaale biyya falfalaa' jechuun barbaadamaa jiran Ameerikaatii ni deebi'uu?