Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Mootummaan Ertiraa namoota 13 murtee malee waggoota 18f hidhaa tursiise gadhiise

  2. Obbo Taayyee Danda'aa hidhaa waggaa meeqaan adabaman?

  3. Yaaddoon hongee Keeniyaatti akka 'balaa biyaalessaatti' labsamuuf gaafatame, Itoophiyaatti hoo?

  4. Tarkaanfiin Tiraamp godaantotarratti fudhachaa jiru Itoophiyaanota miidhaa? Maal gochuu qabu?

  5. Biiroon galiiwwanii Finfinnee maaliif ogeeyyiinsaa kaameeraa akka godhatan taasise?

  6. Mootummaafi Faannoo Amaaraa gidduu 'waliigalteen taasifame'

  7. MM Abiy Ahimadiifi ministirri dhimma alaa US Maarkoo Ruubiyoo maal mariyatan?

  8. Namni tokko safuu cabsuun himatamnaan hojjettoonni Itoophiyaa hedduu Keeniyaa keessaa akka ari'aman godhe