Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gumii Eeldallootti Poolisiin meeshaa waraanaan doorsisee Haadha ijoollee shanii gudeede hidhaan adabame

  2. 'Iraan hiriira mormii gaggeeffamu humnaan dhaabsisuuf yaalti taanan US gidduu seenti' - Tiraamp

  3. Somaaliyaan walga'ii Mana Maree Nageenyaa UN akka dursituuf filatamte

  4. 'Asmaraafi Asab qabachuu kan nu dhorke Mallasiifi Ameerikaadha'

  5. Manni murti himatni obbo Taayyee Danda'aa tokko akka fooyya'u murteesse

  6. Xalayaan TPLF Gamtaa Afrikaatti erge maali?

  7. Chaayinaan lakkofsa ummataa ishee guddisuuf gibira guddaa Kondomiirra keesse

  8. Bara 2026: Dhaha ykn kaalaandarii biyyoota addunyaa garaagaraa keessatti

  9. Dirooniin Ameerikaa 'MQ-9A Riipar' diroonii balaafamaa addunyaa maaf jedhame?

  10. Adeemsi araaraa Andu'aalamii fi maatii Qananii akkamiin gufate?

  11. Taayyee Danda'aa dhimma kaateenaan walqabatee mana murtiitti osoo hin dhiyaatiin hafe

  12. UAE fi Sa'uudiin Yaman keessatti wal dhaban

  13. Taateewwan yaadatamoo Itoophiyaa, Afrikaa fi Addunyaa bara 2025

  14. Negelleetti loltuun duraanii haadhasaa haala sukaneessaan 'ajjeesuun' qoratamaa jira

  15. Israa'el irraa beekamtii biyyummaa kan argatte Somaalilaand akkamiin Somaaliyaarraa adda baate?

  16. Itoophiyaan namoota TikTok fi YouTube irraa waggaatti birrii miiliyoona lamaa ol argatan gibira kaffalchiisuuf

  17. Ameerikaan irra deebiin Iraan haleeluu barbaaddii?

  18. Tiraamp adeemsi Gaazaatti dhukaasa dhaabuu marsaa lammeessoo saffisaan akka eegalu abdii qabaachuu hime

  19. Manni Maree Nageenyaa UN walgahii arifachiisan dhimma Somaaliyaa maal murteesse?

  20. Harargeetti dubartii soddaasheerratti 'falfala' hojjetterratti murteen darbe