Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa
Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Finfinneen magaalota Afrikaa 10 akkaan qaalii ta'an keessaa akkamiin jalqabarratti eeramuu dandeesse?
Tiktookaroota 'safuu cabsan' himata akkamiitu eeggata? Adabbiinoo?
Pirezidant Isaayaas Sa'udiin dhimma Laga Abbayaarratti ga'ee akka qabaattu gaafatan
Namni birriin mil. 8.4 dogongoraan seeneef abbaaf deebisan maal jedhu?
US taankarii boba'aa qarqara galaanaa Veeniziweelaa jiru to'atte
Masirii fi Iraan taphi gidduusaanii kabaja jaallattoota saala walfakkaataaf adda bahuu morman
'Hacuuccaa waggoota shanii' falmitoota mirga namoomaa Itoophiyaarra gahe qorannoon ifa baase
Wanti Pir. Isaayaas ji'a lama keessatti biyyoota sadiitti isaan imalchiise maali?
Tiraamp biyya ''bututtuu'' hooggantoota ''dadhaboo'' jechuun Awurooppaa qeeqe
Waa'ee viidiyoo yeroo 'hidhattoonni Faannoo' harka namaa muran agarsiisuu dhugaan jiru maali?
Filannoo 7ffaa: Guyyoota ijoo, yaaddoo paartilee, dhimma TPLF fi deebii Boordii
Poolisiin federaalaa tiktookaroota Itoophiyaa 'safuu cabsan' to'ate
Tarsiimoon haaraa US waa'ee muddama Itoophiyaa fi Ertiraa gidduu jiruu maal jedha?
Diinota Itoophiyaa akka injiraan mataa tokko tokkoon harcaafna - MM Abiy
Namni jalqaba dhibee Marbargiin qabameefi gaggeessitoota sadii kan dhabde Waldaan Qaalahiwoot Jiinkaa maal jetti?
Tarsiimoon nageenyaa Ameerikaa haaraan kaayyookoo waliin kan deemu jetti Raashiyaa
Somaaliyaan nageenya biyyaalessaa Masrii, Arabaa fi Afrikaaf murteessituudha - Masrii
Daa'immaan 33 dabalatee namoonni 50 Sudaanitti ajjeefaman
'Barannaan akka Hamdeessaa Tusoo' kan jedhamu hayyuun guddaa Oromoo tibbana boqote eenyu?