Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaatti harki guutummaatti balaadhaan citee ture akkamiin walitti deebi'e?

  2. Poolisiin paastarii hawaasa 'Salaale arrabse' jedhe seeratti dhiheessuuf

  3. Itoophiyaatti Labsiin gibira qabeenyaa haaraan qabeenya gosa akkamiifaa irratti kaffalchiisa?

  4. Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti qaqqabeen du'an

  5. Itoophiyaan Waancaa Afrikaa hundeessite ala teessee ilaaluurraa yoom itti hirmaatti?

  6. Itoophiyaafi Keeniyaan michummaa caalatti cimsachuuf waliigalan

  7. Ameerikaan biyyoota 30 keessaa maaliif dippiloomaatotashee ofitti waamte?

  8. Atileetiin Itoophiyaa si'eessituun walqabatee waggaa sadiif adabamte eenyu?

  9. 'Giriinlaand kan Ameerikaa ta'uu qabdi' jechuun Tiraamp ergamaa addaa muudan

  10. 'Hidhattoonni mootummaatti harka kennataniifi namoota nagaa ajjeesaa, saamaa turan seeraan nuuf haa gaafataman'- Jiraattota

  11. Maatii shanan addunyaarratti soorumaan dursaa jiran

  12. Naazraawwit kan Chaayinaatti hidhaa to'annoo cimaa keessa jirtu maalitti jirti?

  13. MM Abiy Ahimad waa'ee tiktookaroota hidhamanii maal dubbatan?

  14. Namni ajjeechaa Aadde Adaanach kumsaan shakkame to'atameeraa?

  15. 'Gambeellaatti humnoonni nageenyaa gahaan atattamaan bobbaafamuu qabu' - KMNI

  16. 'Sanyiin keenya baduuf jedha' - Warra adii Afrikaa Kibbaa US'tti baqachuu fedhan

  17. Maddiin morkataa buunyaa abootteen dhahame bakka lamatti cabe

  18. Tiraamp DV dhorkuun lammiilee Itoophiyaaf dhiibbaa akkamii qaba?

  19. Masriin Itoophiyaa waliin rakkoo hin qabdu, waliigaltee qofa barbaaddi - Al-Siisii

  20. Ajjeechaa gogeessota Gadaan booda jila guddaaf qophaa'aa kan jiru Gadaan Karrayyuu maal keessa jira?