Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa
Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Maddiin morkataa buunyaa abootteen dhahame bakka lamatti cabe
Tiraamp DV dhorkuun lammiilee Itoophiyaaf dhiibbaa akkamii qaba?
Masriin Itoophiyaa waliin rakkoo hin qabdu, waliigaltee qofa barbaaddi - Al-Siisii
Ajjeechaa gogeessota Gadaan booda jila guddaaf qophaa'aa kan jiru Gadaan Karrayyuu maal keessa jira?
Gaachana gaafa rakkoo kan jedhamu Agarii Tulluu akkamiin yaadatama?
Loltootni Itoophiyaa Gaazaatti bobbaafamufii?
Waligaltee Itoophiyaa fi Ertiraa utuu walii hin galamin waggaa 25 gaheef maaltu fala?
Itoophiyaatti ogeessonni fayyaa daa'ima ji'a kudhanii Furtuu balbalaa lama liqimse lubbuu baraaran
Ameerikaan sagantaa DV lootarii addaan kutte
Dhaabbanni TikTok Ameerikaatti gurguramuuf waliigaltee mallatteesse
Jilli Itoophiyaa Jibuutiitii maal gochuutti jira?
Poolisiin magaalaa Finfinnee waa'ee namoota miseensummaa Illuminaatiif nama afeeranii maal jedhe?
Moodeliingiitii hanga Giifti-duree Waayit Haawusitti: Meelaaniyaa Tiraamp eenyu?
TPLF mootummaan Federaalaa waliigaltee Piriitooriyaa balaaf saaxile jechuun irra deebiin himate
Sandaafaatti shakkamaan hojjettuu baankii ajjeesee 'bineensa nyaachise' barbaadamaa jira
Tiraamp loltoota Ameerikaa tokkoo tokkoo isaaniif doolaara 1,700 ol kennufi
Ajajaan poolisii magaalaa Gambeellaa ajjeefamuufi haala nageenya naannichaa tibbanaa kan beeknu
Poolisiin TikTookaroota 'waldaa seexanaatti makamaa' jedhaniifi kaan to'ate