Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa
Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Itoophiyaan dorgommii Gaanfa Afrikaatti cime akkamiin irra aanti?
Tiraamp 'Iraan mari'achuu barbaaddi, garuu dursa tarkaanfii fudhanna' jedhe, Iraan haaloo ba'uuf dhaadatte
Tiraamp Kuubaa akeekkachiise: 'Osoo hin barfatin waliigalteerra ga'uu ykn balaa dhufuuf qophaa'uu'
Ispeeshaalistii Itoophiyaa, Hinditti kaansariirraa tiruu obboleessi arjoomefiin fayye
Ameerikaan Sooriyaa keessatti haleellaa raawwachuu ibsite
Jeneraalli waraanaa duraanii Tiraampiin jaallataman Pirezidaant Abdel Fattah Elsisi eenyu?
Waa'ee Buufata Xiyyaaraa Idiladdunyaa Bishooftuu waggaan imaltoota mil.100 ol simatuu qabxiilee ijoo
US shaakala waraanaa biyyoonni michuushee hin taane taasisan akkamitti ilaalti?
Iraan mormii gaggeeffamaa jiruuf US himachuun xalayaa UNtti barreessite
'Raashiyaafi Chaayinaan akka hin fudhanne US Giriinlaand abbummaan qabaachuu qabdi'- Tiraamp
'Xiyyaara pirezidantii duraanii Somaaliyaa, Sa'id Baarree icciitiin Somaaliyaatti deebise'
Reezaa Paahlaavii, namni hiriirtonni Iraan akka biyya gaggeessuf maqaasaan dhaadataa jiran eenyu?
Intala 'gootichaa' fi 'arjaa' Daraaraa Kafanii kan taate Dr Milkii Daraaraa eenyu?
Jawaar bulchiinsa MM Abiy, filannoo, KFO, WBO, TPLF fi Faannoorratti maal jedha?
Shaakalli waraanaa biyyota BRICS,Itoophiyaan irratti hirmaatti jedhame, har'a eegala
Baaleetti garaa gaala tokkoo keessaa dhakaa fi lafeen kuntaala walakkaa ta'u akkamiin bahe?
Hokkorri Iraan keessatti ka'e garamitti deemaa jira?
Tiraamp Venezuweelaa irratti haleellaa gaggeessuun Chaayinaa akkamiin yaaddesse?
'Oolmaan kol. Abdiisaa Aagaa biyyaaf oole hin kanfalamne'-Ilmasaa