Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Teessoo torba kan mo'ate 'Tibibbir LeItoophiyaa Andinnet' mana maree akka hin seenne ibse

  2. Biyyoota Afrikaa 10 bara 2025 humna waraanaan jajjaboo tahan, loltuufi baajata isaaniin yoo ilaalamu

  3. IJOO

  4. Filannoo Itoophiyaa: EZEMA'n teessoo Caffee Oromiyaa tokko yoo argatu, ABO'n homaa hin arganne

  5. Paartiin Badhaadhinaa teessoo paarlaamaa harka caalu mo'ate

  6. MM Xaaliyaan isa Tiraamp suuraa akka kaanuuf 'na kadhatte' jedheef deebii kennite

  7. Tigraayitti dirqamaan waraanaaf guuramuu: Dargaggootni naannichaa baqachuu fi dhokachuuf dirqaman

  8. Israa'eliifi Ameerikaan dugdaa fi garaa walitti tahuuf jiruu?

  9. Biyyoonni Afrikaafi Kariibiyaanii daldala garbaa gurraachotarratti raawwatameef beenyaa gaafatan

  10. Holotaatti namichi dhaddacharratti haadha warraasaa duraaniifi daanyaa ajjeese hospitaalatti ofis ajjeese

  11. Ijoo

  12. 'Obboleessi koo qalqalloo ruuzii keessa dhokatee miliqe' - Baqattoota Waancaa Addunyaarratti ifaa jiran

  13. Karaawwan shan waliigalteen nagaa Iraan dhiibbaa sii fi maallaqa keerratti qabaachuu danda'u

  14. Injifannoo jalqabaa Kanaadaa hordofee waa'ee Alii Ahimed maaltu jedhame?

  15. Kuulanii Baqqalaa: Shamarree Haarvaardirraa Injiinaringiin qabxii guddaan eebbifamteen walbaraa

  16. US hogganoota TPLF fi maatiisaaniirra uggura viisaa keesse

  17. Itoophiyaatti gurbaan lukkuusaa dhukkubsatte hospitaala geessee ijoo dubbii ta'e kennaa argate

  18. Qabxiilee 14 waliigaltee walhubannoo US fi Iraan keessatti hammataman

  19. IJOO

  20. Tajaajila bishaan dhugaatii magaalaa Garba Gurraachaa eenyutu adda kute?