Akkasumas, walga'iiwwan naannoolee kaaba biyyattii hedduu keessaa fi Gaarreen Golaan kan Israa'eliin qabaman keessatti kan dhorkame yoo ta'u, manaan alatti namoota 10 caalaa, mana keessatti ammoo namoota 100 ol ta'anii waliitti qabamuun hin danda'amu jetteetti.
Amma Israa’el keessatti sochiin hawaasa naannawa Kaaba Isra’eliifi Kutaalee
kibbaa keessatti dangeffameera. Kunis daangessa sa’aatii, bakka kanatti namootni
10 ol , bakka hin mul’annetti ammoo namonni 100 ol wal ga’iifaa taa'uu akka hin
dandenye dabalata.
Tiraamp falmii filannoo marsaa lamaffaa Kaamalaa waliin hin gaggeessu jedhe
Madda suuraa, Getty Images
Pirezidantiin duraanii US Doonaald Tiraamp itti-aantuu pirezidantii US yeroo ammaa Kaamalaa Haaris waliin falmii filannoo TV irratti kallattiin darbu marsaa lamaffaarratti hin hirmaadhu jechuun gaaffii dhiyaateef akka hin fudhanne hime.
Ga'eessi umrii waggaa 46 kun bara 1997 wayita hidhattoonni Greenville keessatti saamicha raawwatan nama suuqii keessa turte Irene Graves ajjeesuun himatamee itti murtaa'e.
Namni Owiinsi waliin himatame wayita yakki kun raawwate inni akka achi hin turre dhugaa baheeraaf, Garuu dhugaa bahumsi isaa kun Owiinsi du'aan adabamuurraa hin baraaramne.
Dubartii haadha ijoollee sadii taatee fi abbaa malee ijoollee guddistu kan umriin waggaa 41 erga ajjeesee waggaa lama booda, bara 1999 yakka ajjeechaa, saamichaa fi yaaddoo uumuudhaan himatame.
Yakkamaa ta'uunsaa baramee guyyaa tokko booda ammoo mana hidhaa keessatti nama waliin hidhaman tokko ajjeese.