Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dhalattoonni Itoophiyaa sagal US'tti yakka 'balaafamaa' raawwatan jedhamuun adda baafaman

  2. Ilhaan Omar dubartiin Tiraamp 'obboleessasheetti heerumte' jechuun qeequ eenyu?

  3. Finfinneen magaalota Afrikaa 10 akkaan qaalii ta'an keessaa akkamiin jalqabarratti eeramuu dandeesse?

  4. Tiktookaroota 'safuu cabsan' himata akkamiitu eeggata? Adabbiinoo?

  5. Pirezidant Isaayaas Sa'udiin dhimma Laga Abbayaarratti ga'ee akka qabaattu gaafatan

  6. Namni birriin mil. 8.4 dogongoraan seeneef abbaaf deebisan maal jedhu?

  7. US taankarii boba'aa qarqara galaanaa Veeniziweelaa jiru to'atte

  8. Masirii fi Iraan taphi gidduusaanii kabaja jaallattoota saala walfakkaataaf adda bahuu morman

  9. 'Hacuuccaa waggoota shanii' falmitoota mirga namoomaa Itoophiyaarra gahe qorannoon ifa baase

  10. Wanti Pir. Isaayaas ji'a lama keessatti biyyoota sadiitti isaan imalchiise maali?

  11. Tiraamp biyya ''bututtuu'' hooggantoota ''dadhaboo'' jechuun Awurooppaa qeeqe

  12. Waa'ee viidiyoo yeroo 'hidhattoonni Faannoo' harka namaa muran agarsiisuu dhugaan jiru maali?

  13. Filannoo 7ffaa: Guyyoota ijoo, yaaddoo paartilee, dhimma TPLF fi deebii Boordii

  14. Poolisiin federaalaa tiktookaroota Itoophiyaa 'safuu cabsan' to'ate

  15. Tarsiimoon haaraa US waa'ee muddama Itoophiyaa fi Ertiraa gidduu jiruu maal jedha?

  16. Diinota Itoophiyaa akka injiraan mataa tokko tokkoon harcaafna - MM Abiy

  17. Namni jalqaba dhibee Marbargiin qabameefi gaggeessitoota sadii kan dhabde Waldaan Qaalahiwoot Jiinkaa maal jetti?

  18. Tarsiimoon nageenyaa Ameerikaa haaraan kaayyookoo waliin kan deemu jetti Raashiyaa

  19. Somaaliyaan nageenya biyyaalessaa Masrii, Arabaa fi Afrikaaf murteessituudha - Masrii

  20. Daa'immaan 33 dabalatee namoonni 50 Sudaanitti ajjeefaman