Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp ammas lammileen biyyoota shan dabalataan US akka hin seenne dhorke

  2. Kaampaanonni Hindii Itoophiyaatti carraa hojii namoota 75,000 tahaniif uumaniiru- Naarendiraa Moodii

  3. Soorata namoota tuffatamootii hanga maaddii mootiitti: Qullubbii adii, qorsa dhibee hedduu

  4. Sirboota 'Warra Boolee' hanga 'Afrikaa' jedhuun kan beekamu Sonaa Taakkalaa eenyu?

  5. Hireen lammiilee Itoophiyaa guyyaa 60tti Ameerikaa bahaa jedhamanii maal ta'a?

  6. Dorgommii dhimma Galaana Diimaa fi hawwii Raashiyaa milkiirra gahe

  7. Mootummaan Ertiraa hordoftoota amantaa Kiristaanaa waggootaaf hidhee ture gadhiise

  8. Qondaalli KFO dhiyeenya dhaabicha keessaa bahan maaliif paartii haaraa hundeessuu filatan?

  9. Waggaa 25ffaa waliigaltee Aljeersirratti Itoophiyaafi Eertiraaf waamichi dhiyaate

  10. Gaara Mul'ataa hanga Yunivarsiitii Joorjiyaatti - Prof Mohaammad Hasan eenyu?

  11. Dhukaasa Yunivarsitii US keessatti banameen lama ajjeefaman, hedduun madaa'an

  12. Ajajaa Hamaas Israa'el Gaazaatti ajjeesuu ibsite eenyu?

  13. Waa'ee saalqunnamtii saala walfakkaataa seerri yakkaa Itoophiyaa maal jedha?

  14. Tiraamp fi Kilintan nama yakkamaa quunamtii saalaa ta'e waliin turuu suuraaleen mul'isan

  15. Mootummaan Ameerikaa eegumsa seeraa baqattoota Itoophiyaaf kennaa ture adda kute

  16. Dorrobaakoo ooffatan, boqqolloo sassaabuuf saqalaa ijaarre dhiisnee baqanne - Jiraattuu Kiiramuu

  17. Lammiin Gaanaa akkamiin jaalala sobaan jaarrolee USrraa miliyoonota saame?

  18. Ertiraan IGAD keessaa bahuu ibsite, IGAD murtichaan 'gaddeera' jedhe

  19. Abbaa alangaa qaroo-dhabeessi hidhattootaan butamee ture gadhiifame

  20. Pireezidantiin Ertiraa gara Saa'udii yeroo imalan suuraan agarsiisu 'footooshoop' taheeraa?