Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Manni murtii olaanaa dhimma mirga lammummaa Ameerikaa dhalootaan argachuu mormu ilaaluuf waliigale

  2. Abbootiin Alangaa Oromiyaa 'WBO'n butamanii ture akkamiin gadhiifaman?

  3. Kaleessa Maqaleetti maaltu mudate?

  4. Mootummaan Ertiraa namoota 13 murtee malee waggoota 18f hidhaa tursiise gadhiise

  5. Obbo Taayyee Danda'aa hidhaa waggaa meeqaan adabaman?

  6. Yaaddoon hongee Keeniyaatti akka 'balaa biyaalessaatti' labsamuuf gaafatame, Itoophiyaatti hoo?

  7. Tarkaanfiin Tiraamp godaantotarratti fudhachaa jiru Itoophiyaanota miidhaa? Maal gochuu qabu?