Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Jala bultii Ayyaana Dhaloota Kiristoos Addabaabayii Masqalaatti adeemsifame

  2. Haleellaa hidhattoonni Shawaa Kaabaatti otobisiirratti bananin maaltu ta'e?

  3. Tiraamp maaliif Giriinlaand barbaada? NATO'dhaaf hiika akkamii qaba?

  4. Ameerikaan waraana dabalatee mala ittiin Giriinlaandi qabattu mari'achaa jirti - Waayit Haawus

  5. Biyyootni Ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoos har'a kabajan kam fa'i?

  6. Gaggeessaan Venezuweelaa Tiraamp humnaan aangoorraa buusee hidhe eenyu?

  7. Ertiraan 'kaartaa qondaalonni waraana Itoophiyaa qabatanii mul'atan' jette irratti deebii kennite

  8. Aanga'aan Somaaliyaa kora Gamtaa Afrikaa irratti beekamtii Israa'el Somaalilaandiif kennite balaaleffatan

  9. Ajajaan Poolisii duraanii buufata Asab waa'ee Asab kaleessaafi har'aa maal himu?

  10. Veenzuweelaatti aanee biyyootni xiyyeeffannoo Tiraamp keessa jiran kam fa'i?

  11. Gudunfaa:

  12. Giiftiin Duree Venizuweelaa US to'atte eenyudha? Nama akkamiiti?

  13. Humni waraanaa US Nikoolas Maduuroo to'ate, Deeltaa jedhamu, kan akkamiiti?

  14. Dhalataan Oromoo lammii Kaanadaa Alii Ahimad Noorwich Siitiif mallatteesse

  15. Veenzuweelaan boba'aa hangam qabdi? Tiraamp boba'aa kana argataa?

  16. Dhalataan Itoophiyaa Sudaan Kibbaa fi Filisxeemotaaf qabsaa'e maal hima?

  17. Basaastota, dirooniifi xombora: US akkamiin Maaduuroo to'atte?

  18. Mootii muuziqaa jaazii Itoophiyaa kan jedhamu Mulaatuu Astaaxiqee eenyu?

  19. Ambaasaaddarri Itoophiyaa waa'ee Somaalilaand, TPLF, Masrii maal jedhu?

  20. Gumii Eeldallootti Poolisiin meeshaa waraanaan doorsisee Haadha ijoollee shanii gudeede hidhaan adabame