Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Masriin Itoophiyaa waliin rakkoo hin qabdu, waliigaltee qofa barbaaddi - Al-Siisii

  2. Ajjeechaa gogeessota Gadaan booda jila guddaaf qophaa'aa kan jiru Gadaan Karrayyuu maal keessa jira?

  3. Gaachana gaafa rakkoo kan jedhamu Agarii Tulluu akkamiin yaadatama?

  4. Loltootni Itoophiyaa Gaazaatti bobbaafamufii?

  5. Waligaltee Itoophiyaa fi Ertiraa utuu walii hin galamin waggaa 25 gaheef maaltu fala?

  6. Itoophiyaatti ogeessonni fayyaa daa'ima ji'a kudhanii Furtuu balbalaa lama liqimse lubbuu baraaran

  7. Ameerikaan sagantaa DV lootarii addaan kutte

  8. Dhaabbanni TikTok Ameerikaatti gurguramuuf waliigaltee mallatteesse

  9. Jilli Itoophiyaa Jibuutiitii maal gochuutti jira?

  10. Poolisiin magaalaa Finfinnee waa'ee namoota miseensummaa Illuminaatiif nama afeeranii maal jedhe?

  11. Moodeliingiitii hanga Giifti-duree Waayit Haawusitti: Meelaaniyaa Tiraamp eenyu?

  12. TPLF mootummaan Federaalaa waliigaltee Piriitooriyaa balaaf saaxile jechuun irra deebiin himate

  13. Sandaafaatti shakkamaan hojjettuu baankii ajjeesee 'bineensa nyaachise' barbaadamaa jira

  14. Tiraamp loltoota Ameerikaa tokkoo tokkoo isaaniif doolaara 1,700 ol kennufi

  15. Ajajaan poolisii magaalaa Gambeellaa ajjeefamuufi haala nageenya naannichaa tibbanaa kan beeknu

  16. Poolisiin TikTookaroota 'waldaa seexanaatti makamaa' jedhaniifi kaan to'ate

  17. Tiraamp ammas lammileen biyyoota shan dabalataan US akka hin seenne dhorke

  18. Kaampaanonni Hindii Itoophiyaatti carraa hojii namoota 75,000 tahaniif uumaniiru- Naarendiraa Moodii

  19. Soorata namoota tuffatamootii hanga maaddii mootiitti: Qullubbii adii, qorsa dhibee hedduu