Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Pirezidaantiin jalqabaa Oromiyaa waggaa 27 booda biyyatti galan Obbo Hasan Alii maaliin yaadatamu?

  2. 'Gaambeellaatti kaleessa qofa namoonni 100 ol rasaasaan dhahamanii yaalamaa jiru'

  3. Birriin Itoophiyaa akka addunyaatti dadhabaadha jedhamuun lammiilee biyyattiif hiikaa akkamii qaba?

  4. Itoophiyaatti harki guutummaatti balaadhaan citee ture akkamiin walitti deebi'e?

  5. Poolisiin paastarii hawaasa 'Salaale arrabse' jedhe seeratti dhiheessuuf

  6. Itoophiyaatti Labsiin gibira qabeenyaa haaraan qabeenya gosa akkamiifaa irratti kaffalchiisa?

  7. Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti qaqqabeen du'an

  8. Itoophiyaan Waancaa Afrikaa hundeessite ala teessee ilaaluurraa yoom itti hirmaatti?

  9. Itoophiyaafi Keeniyaan michummaa caalatti cimsachuuf waliigalan

  10. Ameerikaan biyyoota 30 keessaa maaliif dippiloomaatotashee ofitti waamte?

  11. Atileetiin Itoophiyaa si'eessituun walqabatee waggaa sadiif adabamte eenyu?

  12. 'Giriinlaand kan Ameerikaa ta'uu qabdi' jechuun Tiraamp ergamaa addaa muudan

  13. 'Hidhattoonni mootummaatti harka kennataniifi namoota nagaa ajjeesaa, saamaa turan seeraan nuuf haa gaafataman'- Jiraattota

  14. Maatii shanan addunyaarratti soorumaan dursaa jiran

  15. Naazraawwit kan Chaayinaatti hidhaa to'annoo cimaa keessa jirtu maalitti jirti?

  16. MM Abiy Ahimad waa'ee tiktookaroota hidhamanii maal dubbatan?

  17. Namni ajjeechaa Aadde Adaanach kumsaan shakkame to'atameeraa?

  18. 'Gambeellaatti humnoonni nageenyaa gahaan atattamaan bobbaafamuu qabu' - KMNI

  19. 'Sanyiin keenya baduuf jedha' - Warra adii Afrikaa Kibbaa US'tti baqachuu fedhan

  20. Maddiin morkataa buunyaa abootteen dhahame bakka lamatti cabe