Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dogoggora, arrabsoo, dhaadannoo fi doorsisa- Taajjabbii haasaa Tiraamp Daavoositti taasise

  2. Itoophiyaan 'loogiifi doorsisa' Tiraamp dura akkamiin dhaabbachuu qabdi?

  3. Kun ammallee Ameerikaatti ta'aa jira: 'Waggaa 14tti haatikoo mallatteessitee dhiira tokkoof na kennite'

  4. Tiraampiin aangorraa buqqisuuf duulli eegalame maali?

  5. Karoora 'Boordiin Nagaa' Gaazaa Tiraamp keessa eenyufaatu jira?

  6. Abbaan alangaa himatawwan Obbo Taayyee Danda'aa irratti banaman sadan irratti maal jedhe?

  7. Dogongora Tiraamp shanan Abbayyaafi Hidha Abbayyaarratti

  8. Tiraamp Hidha Abbayyaa Masiriin 'bishaan gahaa akka hin arganne godhe' jechuun ibse "furuun qaba" jedhe

  9. Tiraamp Waraana Addunyaa 2ffaa as sirna addunyaa raasaa jira

  10. Gujiitti haleellaan mana nyaataa tokkotti raawwate lubbuu namootaa galaafate

  11. Zahaa Hadiid: Arkiteektii jabduu Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu duuba jirtu

  12. 'Ameerikaan seerota idil-addunyaatii ol akka taateetti of ilaalti' - Barreessaa Olaanaa UN

  13. Kabaja Ayyaana Cuuphaa suuraan

  14. Puntilaand 'lammiilee Itoophiyaa' 23 ISIS'f lolaa turan to'adhe jette

  15. Netaaniyaahuun karoora Gaazaa Pirezidaanti Tiraamp irratti yaaddoo qaba

  16. Buufata hawaa haala rakkisaan mudate keessaa akkamiin ariitiin bahama?

  17. Xalayaa Tiraamp irratti Masriifi Sudaan maal jedhan? Itoophiyaan maal gochuu qabdi?

  18. Yunivarsitiin Itoophiyaa sadarkaa akka addunyaatti bahe keessa eessa jira?