Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa
Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Doorsisa booda dureewwan Awurooppaa Tiraamp balaaleeffatan
US Antaartikaan ala hundarraa buufataalee waraanaa akka qabdu beektuu?
IMF qorannoo liqaa Itoophiyaa xumuruun doolaara mil.261 raggaasise
Muddama Hidha Haaaromsaa Abbayaa irratti jiru furuun ajandaa koo isa angafaati -Tiraamp
Haadholii lama daa'imman jaha, hospitaala tokko guyyaa tokkotti- taatee Arsii Muunessaatti uumame
Hojjettoonni Itiyoo-Telekoomii fi kaampaanii Chaayinaa hidhattoota WBO'n butaman gadhiifaman
Artist Natsaannat Warqinaa du'aan addunyaarraa boqote, maaltu jedhame?
Mootummaan Itoophiyaa waraana jalqabuuf sababa barbaadaa jira - Ertiraa
'Miira ciniinsuun seeminaara dhiyeessaa ooleen borumtaasaa dahe' - Dr Daagimaawwit Kiflee
Gudunfaa:
Ijoolleen hawaasa horsiise-bulaa Oromoo Keeniyaa keessaa bahan qormaata biyyaalessaan seenaa galmeessan
Wal dhabdeen Somaaliyaa fi michuushee UAE gidduutti uumame maali?
Sadarkaa paaspoortii biyyoota addunyaa bara 2026'n kan Itoophiyaa sadarkaa maalirra jira?
Haala rakkisaa keessatti Yun. Dambi Doolloo hogganuun maqaa gaarii kan horatan Dr. Lataa Tesfaayee eenyu?
Tiraamp Giriinlaandiin 'weeraruu' barbaaduun 'tasumaa fudhatama hin qabu' - Ministira Hajaa Alaa Deenmaark
'Tarkaanfii Tiraamp godaantota Minesootaa jiraatan irratti fudhataa jiruun sodaa guddaan uumameera' - Lammiilee Itoophiyaa
Shah hanga Ayaatollaa: Seenaa Warraaqsa Iraan duuba maaltu jira?
Pirezidant Isaayyaas gaaffii Galaana Diimaa Itoophiyaan dhiyeessaa jirtuufi muddama naannichaarratti maal jedhe?
