Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Masrii, Turkii fi Qaatar, Ameerikaa fi Iraan Ankaaraatti walitti fiduuf

  2. Bulchiinsi yeroo Tigraay walitti bu'iinsi humnoota Federaalaa waliin godhame "kan ta'uu hin qabne ture" jedhe

  3. Sanadi yakkamaa saal-qunnamtii Eppistiin namoota siyaasaa UK fi Noorway raasaa jira

  4. US Iraan haleelti taanan guutummaa naannichaatti waraanatu ka'a- Ayaatolaa Kameenii

  5. Israa'el maaliif mootummaan Iraan akka kufuuf Tiraamp amansiisuuf yaaltii?

  6. Haala Itoophiyaa keessa jiru itti dhiyeenyaan hordofaa' akka jiru UN ibse

  7. Iraan humna waraanaa biyyoota Awurooppaa "shorokeessummaan" farrajuun haaloo bahuufi

  8. 'Waamicha marii Gamtaan Afrikaa taasise nan fudhadha'- TPLF

  9. Haleellaa Israa'eliin Gaazatti namoonni heddu du'uu hordofee Masrii fi Kaatar ibsa baasan

  10. Kuuliin seenaa dheeraa qabu fayyaafi miidhaginaaf faayidaa akkamii qaba?

  11. USS Abraham Lincoln: Dooniin waraanaa guddichi Ameerikaan gara Iraanitti butte maal qabateera?

  12. 'Naannoon Somaalee duraan waraanaa fi walitti bu'iinsaan beekamu har'a qe'ee nagaa fi misoomaa ti' - MM Abiy Ahmad

  13. Naannoo Tigraay haleellaa diroonii bakkeewwan sadiitti raawwatameen namni tokko du'uu poolisiin ibse

  14. Magaalota US keessatti hiriirri ICE mormu bahame.

  15. Daangaa naannolee Tigraay, Amaaraa fi Affaar gidduutti walitti bu'iinsi uumamuu KMNI mirkaneesse

  16. Iraan tarkaanfii waraanaa eeggachuurra waliigaltee uumuu barbaaddi- Tiraamp

  17. Waa'ee diroonii addaa Raashiyaa Itoophiyaan tibbana mul'iftee waan beeknu

  18. Mootummaan federaalaafi TPLF haala naannoo Tigraay hammeessuurraa akka of qusatan Gamtaan Afrikaa gaafate