Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gareen 'boodatti hafaa kun meeshaalee waraanaa gurguddaa gara naannolee Affaariifi Amaaraatti butaa jira'

  2. Tiraamp 'Chaayinaa waliin waliigaltee uumuun balaa itti fida' jechuun UK akeekkachiise

  3. Poolisiin Booranatti turisitii 'birrii naakenni' jedhee kadhate hidhaan adabame

  4. Allaamaaxaa fi Kooramitti maaltu ta'e?

  5. Raayyaa Ittisaa fi humnoota Tigiraay gidduu walitti bu'insi jiraachuu maddeen dippilomaasii himan

  6. Ameerikaan Iraan yoo haleelte wantoota mudatuu danda'an torba

  7. 'Hospitaala nun geessiinaa'- Hiriirtota Iraan sodaa hidhaaf dhoksaan wal'aanaman

  8. Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa balalii gara Tigraayitti taasisu haqe

  9. Haleellaa Ameerikaa kamiifuu deebii kennuuf qophiidha-Iraan

  10. Baqataa Oromoo poolisii baqataa ture, har'a Awustiraaliyaatti poolisii filatamaa ta'e

  11. Ameerikaan Iraan haleeluuf qophaa'aa jirtii?

  12. Kutaa ciisichaa hanga addunyaa naanna'uutti - Qabxiilee shan waa'ee 'Speed' beekuu qabdan

  13. Namichi namoota seeraan ala daddabarsu Itoophiyaan dabarsitee kennite Neezerladitti adabame

  14. Dhagala'aan waliin isaa hin beekamne Ilhaan irratti biifame, Tiraamp itti qoosan

  15. Haala Miniisootaa keessa jiru mootummaan 'ni qabbaneessa' -Tiraamp

  16. Muddamni Iraan maaliif biyyoota Arabaa akkaan yaaddesse?

  17. Itoophiyaa fi biyyoota addunyaa arjoomaan dursan shan

  18. Humni Qilleensaa Itoophiyaa addunyaarraa sadarkaa kamirra jira, xiyyaarota akkamiifaa qaba?

  19. Liibiyaatti namoota 28 godaantota uggursiisuun Birrii Biiliyona 2.1 walitti qabatanirratti himanni baname