Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Masriin hammi bishaanii hidha Abbayyaarraa gadhiifamu 'wal caaluu' himatte

  2. Dargaggeessa Itoophiyaa jireenya karaa gubbaa irra ka'ee UN'tti bakka bu'aa biyyoota hedduu ta'e

  3. Ijoollee dahuun umurii gabaabsuu danda'aa? Seenaan maal hima?

  4. Magaalaa Itoophiyaa haftee Pilaastikaa to'achuun badhaasa idil-addunyaa argatte

  5. Tigraay: Qorannoon yakkaa idil-addunyaa addaan cite akka eegaluuf waamichi dhiyaate

  6. Godina Guraagetti waa'ee taatee maatii tokko keessaa namoota torba galaafatee poolisiin maal jedhe?

  7. 'Oromiyaatti dargaggoonni hedduu dirqiin leenjii loltummaatti geeffamaa jiru'- maatiifi jiraattota

  8. Komiin manneen maree dhimmoota Islaamumma barnoota Gi'iiziif dambii uffannaa irratti qaban maali?

  9. Wal dhabdeen gaggeessitoota ABO furamee tokkummaan filannootti hirmaatuu?

  10. Poolisiin daa'ima gatamee argame harma hoosisuun lubbuu baraaran badhaafaman

  11. "Osoo na ajjeesanii wayya ture": Lola Itoophiyaatti dagatamee jireenya dubartootaa balleessaa jiru

  12. ABO fi KFO'n pireezidantii Naannoo Oromiyaa wajjin maal marii'achuu barbaadu?

  13. Yukireen jeettiwwaan waraanaa Faransaay akka qilleensaa saffisan 100 of harka galfachuufi

  14. Bahaayii: Amantii erga hundaa'ee yeroo gabaabaa garuu addunyaa wal-gahe

  15. Himannaa Itoophiyaan tokkummaa daangaa Eertiraan 'cabsite' fi ejjennoo Asab irratti ibsiteef Eertiraan deebii kennite

  16. 'Ulaa galaanaa yoo argachuu baanne waraanni jira' jechuu pirezidantii Yugaandaafi yaaddoo Keeniyaa

  17. Jinkaatti dhukkubni hakiima dabalatee namoota galaafate vaayirasii Maarburg ta'uun barame, talaallii ykn qoricha qabaa?