Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti
Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Tarsiimoon nageenyaa Ameerikaa haaraan kaayyookoo waliin kan deemu jetti Raashiyaa
Somaaliyaan nageenya biyyaalessaa Masrii, Arabaa fi Afrikaaf murteessituudha - Masrii
Daa'immaan 33 dabalatee namoonni 50 Sudaanitti ajjeefaman
Liiverpuul keessatti namni na arguu hin barbaanne jira- Mohaammad Saalaa
'Barannaan akka Hamdeessaa Tusoo' kan jedhamu hayyuun guddaa Oromoo tibbana boqote eenyu?
Abbootiin Alangaa Oromiyaa 'WBO'n butamanii ture akkamiin gadhiifaman?
Kaleessa Maqaleetti maaltu mudate?
Mootummaan Ertiraa namoota 13 murtee malee waggoota 18f hidhaa tursiise gadhiise
Obbo Taayyee Danda'aa hidhaa waggaa meeqaan adabaman?
Yaaddoon hongee Keeniyaatti akka 'balaa biyaalessaatti' labsamuuf gaafatame, Itoophiyaatti hoo?
Tarkaanfiin Tiraamp godaantotarratti fudhachaa jiru Itoophiyaanota miidhaa? Maal gochuu qabu?
Biiroon galiiwwanii Finfinnee maaliif ogeeyyiinsaa kaameeraa akka godhatan taasise?
Mootummaafi Faannoo Amaaraa gidduu 'waliigalteen taasifame'
MM Abiy Ahimadiifi ministirri dhimma alaa US Maarkoo Ruubiyoo maal mariyatan?
Namni tokko safuu cabsuun himatamnaan hojjettoonni Itoophiyaa hedduu Keeniyaa keessaa akka ari'aman godhe
Booranatti poolisiin lammii biyya alaa imalarra ture dhaabsisuun Birrii gaafate to'atame
'Sochii Masiriin Gaanfa Afrikaa keessatti gochaa jirtu na hin jilbeenfachiisu' - Itoophiyaa
Mootummaan Federaalaa baajata Tigraayiif erguu dhaabuu naannichi komate, sababni himame jiraa?