Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Anga'oonni bittaa xaa'oon kasaaraa birrii bil. 5.6 geessisuun shakkamanii himataman

  2. Hidhattoonni Abbootii Alangaa Oromiyaa afur butanii, tokko akkamiin ajjeesan?

  3. Debretsihon dhuguma walga'ii TPLF dhiitee baheeraa?

  4. Dargaggoon tokko tiraanisfoormarii elektiriikiirra bahee bu'uu didnaan ibsaan sa'aatiif adda cite

  5. 'Dhakaarra taa'uun nudhukkubse jedhanii ijoolleen mana barumsaa hafaa jiru'

  6. Yugaandaan kana booda baqattoota Itoophiyaafi Ertiraa hin fudhu jette, sababni maali?

  7. Ajajaan waraanaa US MM Abiy fi F/Maarshal Biraanuu waliin maal mariyatan?

  8. Aadaan dhibaayyuu loon dhale dhadhaa dibanii aannan dirratti naqan maali?

  9. Aarri volkaanoo Affaaritti dhohe akkamiin Hindiitti balalii xiyyaaraa jeeqe?

  10. 'Hawwiin ulaa galaanaa Itoophiyaa aggaammii walabummaakoorratti dhufedha' - Ertiraa

  11. 'Amma gulantaan murteessaa waraanicha dhaabuuf tarreefame waan hojiirra ooluu danda'udha'-Zeleniskii

  12. Humni nageenya Keeniyaa daangaa Itoophiyaa seenuun akkamiin ajjeechaa raawwate?

  13. Obbo Taayyee Danda'aa irratti himatawwan haaraa sadii banaman

  14. Dhohiinsi volkaanoo Affaaritti kaleessa mudate hangam yaaddessaadha?

  15. Shaakala waraanaa tokkorraa biraatti darbuu Masrii duuba maaltu jira?

  16. Israa'el qondaala olaanaa Hezboollaa Beeruut keessatti ajjeefte

  17. Hidhattoonni 'Shanee' Benishaangulitti namoota 40 ol ajjeesuu jiraattonni himan

  18. 'Akkaataa hojiirra oolmaasaa malee hawaasa keenya tajaajiluu hin mormine' -Barattoota Yunivarsiitii