Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Filannoon dura 'mootummaan rakkoo nagenyaa biyyatti furuu qaba' Prof Mararaa Guddinaa

  2. Baqattoonni Itoophiyaafi Ertiraa Awurooppaa galuuf maaliif Beelaaruus filatu?

  3. Xaanaa Fooramiin bara kana gaggeeffamu maal irratti xiyyeeffata?

  4. Yewubdaar Li'ul: Shamarree tiyaatiraan eenyummaa Oromoo beeksisuuf hojjechaa jirtu