Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti
Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Hakiimni hidhattootaan ukkaamfame akka gadhiifamuuf kaffalamus ajjeefamee argame
Masriin buufata doonii haaraa Jibuutiitti ijaaruuf, Itoophiyaaf maal akeeka?
'Bakkan hojjedhutti gaafa namni naaf gaddu imimmaantu narra bahuu gaha'
Dhukkubni tibbana Jiinkaatti mudateefi lubbuu galaafata jedhamee shakkame maali?
Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa UN fi pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas maal mariyatan?
Itoophiyaan kora idil-addunyaa guddicha qopheessuusheetiin maal buufatti?
Humnoonni alaa waraana Sudaan keessatti hirmaatan eenyu fa'i?
Obbo Taayyee Danda'aa himatawwan lamaan bilisa jedhamuun tokkoon balleessaan itti murame
Israa'el erga waliigaltee dhukaasa dhaabuu as Gaazaatti gamoowwan 1,500 ol mancaaste
Itoophiyaan kora idil-addunyaa hirmaattonni kuma 50 ol irratti argaman akka qopheessituuf filatamte
Biyyoonni akka Itoophiyaatti mirga ulaa galaanaa gaafatan, kan itti milkaa'an jiruu?
Walta'insi biyyoota Galaana Diimaa Itoophiyaa moggeesse shaakala waraana galaanaarraa eegale
Hogganaan Qarcaashee Giruup, Israa'el Daggafaa, Landanitti badhaasa gurra guddaa qabu argatan
Qorataan Seenaa Itoophiyaa tibbana boqotan Prof. Laaphisoon akkamiin yaadatamu?
Ajjeechaawwan Godina Arsii ilaalchisee koreen dhimmicha qorachuuf garas imale maal hima?
Dhaabbanni MIDROC 'humna daa'immanii qisaasuufi namoota butuun hojjachiisuusaaf' akkamiin otoo hin gaafatamiin hafe?
Sa'udiin xiyyaara waraanaa US F-35 bitachuun maaliif Israa'el yaaddesse?