Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti
Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Obbo Taayyee Danda'aa haqni saffisaa akka kennamuuf mana murtii gaafatan
Lammii Eertiraa Itoophiyaan dabarsitee Nezerlaandiif kennite mana murtiitti dhiyaate
Itoophiyaan ibsa Gamtaan Awurooppaa erga mormite booda, yeroo jalqabaaf fooramii waloo taa'an
Waltajjiin Masirii fi Sawudiin durfamu Itoophiyaa Galaana Diimaarraa fageessuuf jiruu laata?
Masiriin awwaala mootii Fara'oon Tuutaankaamuun guutummaan akka daawwatamuuf banaa goote
Qorataa baadiyyaa Horroo Guduruu irraa hanga beekamtii idil-addunyaatti gahe
Magaalaa Sudaan RSF qabateerraa namoonni 60,000 baqatan - UN
Obboleessa Jaarraa Abbaa Gadaa biyyaa baqatee amma namoota beekamoo Ameerikaa wal'aanu
TPLF dubbii MM Abiy tibbana paarlamaa irratti dubbataniif deebii kenne
'Macaafni Qulqulluu macaafa sagadaa malee kan nagadaa ta'uu hin qabu'
Waa'ee haleellaa Godina Arsii tibbanaa lubbuu galaafate maal beekna?
Ortodoksiin mootummaan 'mirga lubbuun jiraachuu lammiilee akka mirkaneessu' gaafatte
US godaantota Itoophiyaa Yamanitti ajjeefteef beenyaa kanfaluu qabdi- Amnestii Internaashinaal
Yeroo Itoophiyaa waliin muddamni cimetti Masriin Ertiraa bira dhaabatte
Ertiraan ejjennoo Itoophiyaan Galaana Diimaarratti qabdu tibbana ibsaa jirturratti deebii kennite
Elii Koheen: Basaasaa beekamaa Israa'el hanga michuu pirezidaantii Sooriyaa ta'uutti gahe
Xalayaan jaarraa tokko dura yeroo Waraana Addunyaa Tokkoffaa barrefame qaruuraa keessatti argame maal hima?
UN muddama Itoophiyaafi Ertiraa gidduu jiruuf maaltu fala jedha?