Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Warri seexana waaqessan mucaa koo miidiyaa hawaasaarratti argatan, ishee baraaruuf humna dhabe'

  2. Itoophiyaan beekamtii walabummaa waggoota 30 dura Ertiraaf kennite haquu dandeessii?

  3. 'Na maleen kaansarii siyaasa Oromooti'- Seenaa Jimjimoo

  4. 'Ertiraa waliin yoo lolli ka'e waan ta'uuf deemu ifadha' - MM Abiy Ahimad

  5. Waraanni Wallaggatti gaggeeffame kan Tigiraayitti gaggeeffame caala- Abiy Ahimed

  6. Pirezidaantii dulloomaa addunyaa takkaa filannoo mo'amee hin beekne

  7. Aayyoon hidhattoota Faannoon butamanii 'qalamuuf albeen nadura kaa'ame' jedhan akkamiin bahan?

  8. Badhadhinni hoggantoota "kuma saddetii olirratti" tarkaafii fudhate, naannoleen jijjiirama hoggansaa taasisan

  9. 'Akka qeerroo Madagaaskaar goona'- dargaggoota aangoo dheeraffachuu Pirezidantii Jibuutii morman

  10. Huutiin dhalattuu Itoophiyaa sagaggalummaan himatee waggoota shaniif hidhe gadhiise

  11. Yoo bofti isin hidde lubbuu keessan oolfachuuf maal gochuu qabdu?

  12. Raashiyaan akkamiin egeree nukilaraa Afrikaaf abdii taate?

  13. Itoophiyaa waan sadiitu ishee barbaachisa: Nagaa, misoomaafi ulaa galaanaa - Fiild Maarshal Birahaanuu Juulaa

  14. Baqataan Itoophiyaa miidhaa saalaa raawwate dogoggoraan mana hidhaatii bahe poolisii UK'n adamfamaa jira

  15. Himata shororkeessati hanga Ameerikaa, bu'aa ba'ii jireenyaaf hojii aartii- Artist Jaafaar Yusuuf

  16. Itoophiyaan ibsa waloo Gamtaan Awurooppaa Masrii waliin bishaan Abbayyaa irratti kenne mormite

  17. Itoophiyaan gabaasa Baankii Addunyaa 'Itoophiyaatti hiyyummaan dabaluu danda'aa jedhuuf deebii kennite

  18. Pirojektiin Itoophiyaatti qonnaan bultootaafi boba'aa xiyyaaraa walitti hidhuuf deemu maali?