Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Xaanaa Fooramiin bara kana gaggeeffamu maal irratti xiyyeeffata?
Muftii Olaanaan Sa'uudii tibbana muudaman eenyu? Aangoon kun hangam murteessaadha?
Yewubdaar Li'ul: Shamarree tiyaatiraan eenyummaa Oromoo beeksisuuf hojjechaa jirtu
Waa'ee balaa konkolaataa naannawa Olancitiitti lubbuu ogeessota fayyaa galaafate waan beeknu
'Ertiraa waliin waraanatti galuun fedhii mootummaaf ummata Itoophiyaa miti'- Amb. Diinaa Muftii
Baankiin Biyyaalessaa namoota maallaqa seeraan ala daddabarsan irratti 'tarkaanfii cimaa' fudhachuuf
Naannoon Benshaangul Gumuuz afaan barnootaa naannichaa Amaariffa akka ta'u murteesse
'Finxaaleyyii Amaaraaf ulaa saaqee affeeraa kan jiru Shaneedha' - Bulchaa Aanaa Noonnoo
Itoophiyaan liqaa Chaayinaa doolaara bil 5.38 'hamma tahe' yuwaaniin kaffaluuf marii'ataa jirti
Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti 'hidhattoonni Faannoo' namoota nagaa hedduu ajjeesan- Jiraattota
Chaayinaan damee garaa garaan akkamiin addunyaa jijjiiruu dandeesse?
Sirna Ayyaantotaa fi Waaqeffattootaa Harsadii irraa dhorkameefi fala hin arganne
Holqi Soof Umar bakka dagatamee MM Abiyyiin yaadatame amma maalirratti argama?
'Nama ta'aa, namummaan haa dursu' - duree amantaa Islaamaa Muftii Haji Umar Idiriis eenyu?
'Abbaa malee hafne' - Lammilee Keeniyaa du'a MM duraanii Odingaa gaddaa jiran
'Hamaas namoota nagaa haleelun waliigaltee dhukaasa dhaabuu cabsuuf akka jedhu ragaa qabataman qaba' - US
Maanguddoon Oromoo TikTok irratti qoosaa dhiyeessaniin jaalala horatan maal jedhu?
Tibbana Itoophiyaan humna waraanaa adda tahe akkamii leenjisuu jalqabde?
Itoophiyaan marii faayinaansii Waashingitan DC irraa maal buufatte?
