Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Qonnaan bulaan Harargee sangaa tokko birrii kuma 600tti gurgure maal hima?

  2. Obbo Taayyee Danda'aa haqni saffisaa akka kennamuuf mana murtii gaafatan

  3. Lammii Eertiraa Itoophiyaan dabarsitee Nezerlaandiif kennite mana murtiitti dhiyaate

  4. Itoophiyaan ibsa Gamtaan Awurooppaa erga mormite booda, yeroo jalqabaaf fooramii waloo taa'an

  5. Waltajjiin Masirii fi Sawudiin durfamu Itoophiyaa Galaana Diimaarraa fageessuuf jiruu laata?

  6. Tiraamp Naayijeeriyaatti ajjeechaa Kiristaanota irratti raawwatame jedhameef tarkaanfii waraanaa fudhachuuf doorsisan

  7. Qorataa baadiyyaa Horroo Guduruu irraa hanga beekamtii idil-addunyaatti gahe

  8. Filannoo Taanzaaniyaa 'dhibbaatami ajjeefaman' irratti Saamiyaan mo'atan

  9. Obboleessa Jaarraa Abbaa Gadaa biyyaa baqatee amma namoota beekamoo Ameerikaa wal'aanu

  10. TPLF dubbii MM Abiy tibbana paarlamaa irratti dubbataniif deebii kenne

  11. 'Macaafni Qulqulluu macaafa sagadaa malee kan nagadaa ta'uu hin qabu'

  12. Waa'ee haleellaa Godina Arsii tibbanaa lubbuu galaafate maal beekna?

  13. Ortodoksiin mootummaan 'mirga lubbuun jiraachuu lammiilee akka mirkaneessu' gaafatte

  14. US godaantota Itoophiyaa Yamanitti ajjeefteef beenyaa kanfaluu qabdi- Amnestii Internaashinaal

  15. Yeroo Itoophiyaa waliin muddamni cimetti Masriin Ertiraa bira dhaabatte

  16. Ertiraan ejjennoo Itoophiyaan Galaana Diimaarratti qabdu tibbana ibsaa jirturratti deebii kennite

  17. UN muddama Itoophiyaafi Ertiraa gidduu jiruuf maaltu fala jedha?

  18. Itoophiyaan baqataa UKtti miidhaa saalaan adabame gadhiifte

  19. UAEn Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa hedduutti lafa qonnaa bitachaa jirti, maaliif?