Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Pirezidaantiin Tanzaaniyaa intalasheefi soddaashee ministiirota gochuun muudde
"Haakaroonni' sirna viizaa elektirooniksii Somaaliyaa butuu US fi UK akeekkachiisan
Himannaa Itoophiyaan tokkummaa daangaa Eertiraan 'cabsite' fi ejjennoo Asab irratti ibsiteef Eertiraan deebii kennite
'Ulaa galaanaa yoo argachuu baanne waraanni jira' jechuu pirezidantii Yugaandaafi yaaddoo Keeniyaa
Jinkaatti dhukkubni hakiima dabalatee namoota galaafate vaayirasii Maarburg ta'uun barame, talaallii ykn qoricha qabaa?
'Tokummaa daangaa cabsuu' Ertiraa ilaalchisee 'ejjennoon of qusachuu' mootummaa 'yeroo hunda akkasiin itti hin fufu' - Dr Geediyoon
Hakiimni hidhattootaan ukkaamfame akka gadhiifamuuf kaffalamus ajjeefamee argame
Masriin buufata doonii haaraa Jibuutiitti ijaaruuf, Itoophiyaaf maal akeeka?
'Bakkan hojjedhutti gaafa namni naaf gaddu imimmaantu narra bahuu gaha'
Dhukkubni tibbana Jiinkaatti mudateefi lubbuu galaafata jedhamee shakkame maali?
Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa UN fi pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas maal mariyatan?
Itoophiyaan kora idil-addunyaa guddicha qopheessuusheetiin maal buufatti?
Obbo Taayyee Danda'aa himatawwan lamaan bilisa jedhamuun tokkoon balleessaan itti murame
Itoophiyaan kora idil-addunyaa hirmaattonni kuma 50 ol irratti argaman akka qopheessituuf filatamte
Biyyoonni akka Itoophiyaatti mirga ulaa galaanaa gaafatan, kan itti milkaa'an jiruu?
Walta'insi biyyoota Galaana Diimaa Itoophiyaa moggeesse shaakala waraana galaanaarraa eegale
Hogganaan Qarcaashee Giruup, Israa'el Daggafaa, Landanitti badhaasa gurra guddaa qabu argatan
