Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Ajjeechaawwan Godina Arsii ilaalchisee koreen dhimmicha qorachuuf garas imale maal hima?
Dhaabbanni MIDROC 'humna daa'immanii qisaasuufi namoota butuun hojjachiisuusaaf' akkamiin otoo hin gaafatamiin hafe?
Lammiilee alaa dabalatee namoonni faayinaansii biyyaalessaa irratti 'shira hojjetan' 112 to'ataman- Tika
Poolisiin daa'ima gatamee argame harma hoosisuun lubbuu baraaran maal himu?
Hoggantoonni Olaanoo BBC hojii gadhiisan, Tiraamp yaada kenne
Gujiitti hojiirraa dhorkamuun waldaalee albuudaa komii kaase
Garee 'Maafiyaa' kumaatamaan hanna interneetii irratti bobba'aniif tarkaanfii mootummaa
Al-Sharaa: US shororkeessaa jettee nama barbaadaa turte kabajaan Waayit Haawisutti affeerte
Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa liqaa IMF waliin gitintiraa jiran
Mariin nagaa icciitiin WBO fi mootummaa gidduutti jalqabeeraa?
TPLF mootummaan federaalaa humnoota Tigraay dirooniin haleeluu himate
Jimmatti hattuu ragaa eenyummaasaa ibsu mana hatuuf seene keessatti dagatee bahe
Dirree Dhawaa - Falmii abbummaa waggootaaf tureefi akka haaraatti ka'e
Waa'ee haleellaa humnoonni Tigraay Affaaritti raawwachuun himatamanii maal beekna?
Ilmi Fitaawraarii, Jaarraa Abbaa Gadaa qabsoo hidhannoo ABO keessatti akkamiin yaadatamu?
Pirezidantiin Ertiraa Masriitti waa'ee Itoophiyaa maal mari'atan?
Aadde Lalisee Dhugaa waa'ee fayyaa isaanii maal jedhu?
ABO'n erga biyyatti deebi'ee yeroo jalqabaaf filannoo irratti hirmaachuuf
'Umrii kiyya keessatti akkas rifadhee hin beeku' - F/M Birhaanuu Juulaa
