Kaameeraan naannichaa CCTV nama haleellaa kana raawwate waraabeera, uffata gurraacha guutummaan kan uffatee fi gamoo fuuldura Chaarliin taa'aa ture tokko irraa dhukaasuu hin hafne jedhame.
Kaka'umsi haleellaa abbaa seeraa kanaan, kan ajjeechaa riifaasiisaa jalqaba bara kana miseensa mana maree tokko irratti raawwatame fakkaatu, kanaa hin beekamu. Qorannoon gaggeeffamaa jira.
Waldaan Ogeessoota Seeraa Keeniyaa ajjeechaa kanaan ajjeechaa ''jibbisiisaa'' jechuun ibsuun, yakki kun ''saffisaa fi cimsamee ilaalamuu qaba'' jedheera.
Dorsiisa abbootii seeraa mudatu irratti yaaddoo qabaachuu ibsuun, ajjeechaan kun ''mallattoo ajjeechaa dursee murtaa'e hunda kan mul'isuudha'' jechuun ibseera.
''Har'a yeroo naasuu fi ulfaataa kana keessa warri isa jaallatanii fi isa beekan tokkummaan dhaabbatanii jiru. Chaarliin nama biyya isaa jaalatuu fi jireenya isaa guutuu biyya isaa Ameerikaaf dhaabatedha'' jedhan.
''Dhugaa fi bilisummaaf dhaabachuun nama fakkeenya guddaa tahudha. Namni akka isaa dargaggootaan jaalatame hin jiru.''
''Chaarliin nama amantaa baay'ee jabaa tahedha. Amma inni amma boqateera. Gara Waaqayyoo deemeera,'' jedhan Tiraamp.
Waa'ee ayyaanota ganamaa Oromoo bari'uu birraa himan kana beektuu?
Madda suuraa, Getty Images
Oromoon bara haaraa jedhee yeroon itti kabaju wayita roobni guddaan darbee, ililliin birraa daraaruu fi malkaan taliila ta'udha jedhu ogeessonni aadaa fi seenaa Oromoo.
Waqtiin kun kutaalee Oromiyaa gaaraagaraa keessatti gargar bahuu mala jechuun ture kana dure BBCtti kan himan hayyuun aadaa fi seenaa Obbo Dirribii Damisee.
“Kim Ju Ae daawwannaa mootummaa ijoo irratti Kiim Joong Un waliin jiraachuun ishee beekamtii guddaa argachaa kan dhufte yoo ta'u, hoggantuu Kooriyaa Kaabaa gara fuula duraa ta'uu isheef tataffiinisheen gochaa jirtu kan mul’isudha,” jedhe ejensichi.
Kooriyaan Kaabaa yoom aangoo kana abbaa ishee irraa akka dhaaltu karoora jiru ilaalchisee waanti beeksise jiraachuu baatus Kim Ju Ae dhuma bara 2022 irraa eegalee ummata duratti bakkeewwaan agarsiisa waraanaa, qorannoo meeshaa waraanaa fi sirna mootummaa irratti mul’achaa jirti
Ejensiin basaasaa Kooriyaa kibbaa kun taateen kun qaama tooftaa bal’aa Piyoongiyaang egeree sirnichaa keessatti nama aangotti darbu suuta suutaan namoota biyya keessaa fi idil-addunyaatti ishee beeksisuuf qabdu ta’uu agarsiisa jedhe
Bara 2011 booda du’a abbaa isaanii Kiim Joong Il hordofuun aangoo kan qabatan Kiim Joong Un sirna aangoo maati irraa maatitti darbu kanaan yoom aangoo isaa kana intala isatti dabarsu waanti beekamu hin jiru