Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte
Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Waa'ee viidiyoo yeroo 'hidhattoonni Faannoo' harka namaa muran agarsiisuu dhugaan jiru maali?
Masiriin baqattoota Ertiraa hedduu hiite, kaan ariite
Filannoo 7ffaa: Guyyoota ijoo, yaaddoo paartilee, dhimma TPLF fi deebii Boordii
Poolisiin federaalaa tiktookaroota Itoophiyaa 'safuu cabsan' to'ate