Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gamtaan Afrikaa beekamtii biyyummaa Somaaliilaandiif kennamu kamiyyu hin fudhadhu jedhe

  2. Viidiyoon gabaabaan daa'ima waggaa jahaa akkamiin jireenya maatii jijjiire?

  3. Dargaggoo moosaajii qubee Afaan Oromoo 'Qubee Kids' tibbana akkaan leellifamaa jiru duuba jiru

  4. Israa'el ifatti Somaalilaandiif beekamtii biyyummaa kennite

  5. Haleellaa naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa bakka albuudaa sadiirratti raawwatameen lubbuun namootaa darbe

  6. Maallaqni BRICS doolaraan dorgomuuf karoorfame maalirra gahe?

  7. Duulli Ameerikaan garee ISIS irratti eegalte maali?

  8. Waliigaltee Ameerikaan Itoophiyaa dabalatee kaan waliin mallatteessisaa jirtu maaliif falmii kaase?

  9. ABO-WBO, waa'ee hidhattoota namoota nagaarra miidhaa geessisuun himatamanii maal jedhe?

  10. Dadammaqiinsa hawaasa horsiisee bulaatiin kan yaadatamu Aabba Boruu Dhaddachaa eenyu?

  11. Paastariin 'Salaale biyya falfalaa' jechuun barbaadamaa jiran Ameerikaatii ni deebi'uu?

  12. Pirezidaantiin jalqabaa Oromiyaa waggaa 27 booda biyyatti galan Obbo Hasan Alii maaliin yaadatamu?

  13. 'Gaambeellaatti kaleessa qofa namoonni 100 ol rasaasaan dhahamanii yaalamaa jiru'

  14. Birriin Itoophiyaa akka addunyaatti dadhabaadha jedhamuun lammiilee biyyattiif hiikaa akkamii qaba?

  15. Itoophiyaatti harki guutummaatti balaadhaan citee ture akkamiin walitti deebi'e?

  16. Poolisiin paastarii hawaasa 'Salaale arrabse' jedhe seeratti dhiheessuuf

  17. Itoophiyaatti Labsiin gibira qabeenyaa haaraan qabeenya gosa akkamiifaa irratti kaffalchiisa?

  18. Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti qaqqabeen du'an

  19. Itoophiyaan Waancaa Afrikaa hundeessite ala teessee ilaaluurraa yoom itti hirmaatti?

  20. Itoophiyaafi Keeniyaan michummaa caalatti cimsachuuf waliigalan