Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte
Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Atileetiin Itoophiyaa si'eessituun walqabatee waggaa sadiif adabamte eenyu?
'Giriinlaand kan Ameerikaa ta'uu qabdi' jechuun Tiraamp ergamaa addaa muudan
'Hidhattoonni mootummaatti harka kennataniifi namoota nagaa ajjeesaa, saamaa turan seeraan nuuf haa gaafataman'- Jiraattota
Maatii shanan addunyaarratti soorumaan dursaa jiran
Naazraawwit kan Chaayinaatti hidhaa to'annoo cimaa keessa jirtu maalitti jirti?
MM Abiy Ahimad waa'ee tiktookaroota hidhamanii maal dubbatan?
Namni ajjeechaa Aadde Adaanach kumsaan shakkame to'atameeraa?
'Gambeellaatti humnoonni nageenyaa gahaan atattamaan bobbaafamuu qabu' - KMNI
'Sanyiin keenya baduuf jedha' - Warra adii Afrikaa Kibbaa US'tti baqachuu fedhan
Maddiin morkataa buunyaa abootteen dhahame bakka lamatti cabe
Tiraamp DV dhorkuun lammiilee Itoophiyaaf dhiibbaa akkamii qaba?
Masriin Itoophiyaa waliin rakkoo hin qabdu, waliigaltee qofa barbaaddi - Al-Siisii
Ajjeechaa gogeessota Gadaan booda jila guddaaf qophaa'aa kan jiru Gadaan Karrayyuu maal keessa jira?
Gaachana gaafa rakkoo kan jedhamu Agarii Tulluu akkamiin yaadatama?
Loltootni Itoophiyaa Gaazaatti bobbaafamufii?
Waligaltee Itoophiyaa fi Ertiraa utuu walii hin galamin waggaa 25 gaheef maaltu fala?
Itoophiyaatti ogeessonni fayyaa daa'ima ji'a kudhanii Furtuu balbalaa lama liqimse lubbuu baraaran
Ameerikaan sagantaa DV lootarii addaan kutte
Dhaabbanni TikTok Ameerikaatti gurguramuuf waliigaltee mallatteesse