Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tigraayitti dirqamaan waraanaaf guuramuu: Dargaggootni naannichaa baqachuu fi dhokachuuf dirqaman

  2. Atakaaroon Tiraamp fi Neetaaniyaahuu egeree US fi Israa'el akkamiin miidha? Anga'oota lameen gidduutti maaltu deemaa jira?

  3. Biyyoonni Afrikaafi Kariibiyaanii daldala garbaa gurraachotarratti raawwatameef beenyaa gaafatan

  4. Holotaatti namichi dhaddacharratti haadha warraasaa duraaniifi daanyaa ajjeese hospitaalatti ofis ajjeese

  5. Ijoo

  6. 'Obboleessi koo qalqalloo ruuzii keessa dhokatee miliqe' - Baqattoota Waancaa Addunyaarratti ifaa jiran

  7. Karaawwan shan waliigalteen nagaa Iraan dhiibbaa sii fi maallaqa keerratti qabaachuu danda'u

  8. Injifannoo jalqabaa Kanaadaa hordofee waa'ee Alii Ahimed maaltu jedhame?

  9. Haleellaa Yuukireen hordofee roobni gurraacha Raashiyaatti roobuu jiraattonni komii kaasan

  10. Kuulanii Baqqalaa: Shamarree Haarvaardirraa Injiinaringiin qabxii guddaan eebbifamteen walbaraa

  11. US hogganoota TPLF fi maatiisaaniirra uggura viisaa keesse

  12. Itoophiyaatti gurbaan lukkuusaa dhukkubsatte hospitaala geessee ijoo dubbii ta'e kennaa argate

  13. Qabxiilee 14 waliigaltee walhubannoo US fi Iraan keessatti hammataman

  14. IJOO

  15. Tajaajila bishaan dhugaatii magaalaa Garba Gurraachaa eenyutu adda kute?

  16. 'Hidhi [Haaromsaa] Itoophiyaan ijaarte rakkoo guddaa Masiriitti uumaa jira - Tiraamp

  17. Somaaliilaand Israa'el irraa beekamtii argachuun booda Yeruusaalemitti embaasii banatte

  18. Tehraan waliigaltee akka mo'ichaatti beeksifattus lammiilee Iraaniif garuu waan murteessaadha

  19. Liyonel Meesiin Aljeeriyaa irratti galchii sadii galchuun rikardii cabse

  20. Gareen qindaa'e Waayit Haawusitti Tiraamp fi aanga'oota olaanoo US haleeluuf karoorsuu FBIn ibse