Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dorgommii dhimma Galaana Diimaa fi hawwii Raashiyaa milkiirra gahe

  2. Mootummaan Ertiraa hordoftoota amantaa Kiristaanaa waggootaaf hidhee ture gadhiise

  3. Qondaalli KFO dhiyeenya dhaabicha keessaa bahan maaliif paartii haaraa hundeessuu filatan?

  4. Waggaa 25ffaa waliigaltee Aljeersirratti Itoophiyaafi Eertiraaf waamichi dhiyaate

  5. Gaara Mul'ataa hanga Yunivarsiitii Joorjiyaatti - Prof Mohaammad Hasan eenyu?

  6. Dhukaasa Yunivarsitii US keessatti banameen lama ajjeefaman, hedduun madaa'an

  7. Ajajaa Hamaas Israa'el Gaazaatti ajjeesuu ibsite eenyu?

  8. Waa'ee saalqunnamtii saala walfakkaataa seerri yakkaa Itoophiyaa maal jedha?

  9. Tiraamp fi Kilintan nama yakkamaa quunamtii saalaa ta'e waliin turuu suuraaleen mul'isan

  10. Mootummaan Ameerikaa eegumsa seeraa baqattoota Itoophiyaaf kennaa ture adda kute

  11. Dorrobaakoo ooffatan, boqqolloo sassaabuuf saqalaa ijaarre dhiisnee baqanne - Jiraattuu Kiiramuu

  12. Lammiin Gaanaa akkamiin jaalala sobaan jaarrolee USrraa miliyoonota saame?

  13. Ertiraan IGAD keessaa bahuu ibsite, IGAD murtichaan 'gaddeera' jedhe

  14. Abbaa alangaa qaroo-dhabeessi hidhattootaan butamee ture gadhiifame

  15. Pireezidantiin Ertiraa gara Saa'udii yeroo imalan suuraan agarsiisu 'footooshoop' taheeraa?

  16. Dhalattoonni Itoophiyaa sagal US'tti yakka 'balaafamaa' raawwatan jedhamuun adda baafaman

  17. Ilhaan Omar dubartiin Tiraamp 'obboleessasheetti heerumte' jechuun qeequ eenyu?

  18. Finfinneen magaalota Afrikaa 10 akkaan qaalii ta'an keessaa akkamiin jalqabarratti eeramuu dandeesse?

  19. Tiktookaroota 'safuu cabsan' himata akkamiitu eeggata? Adabbiinoo?

  20. Pirezidant Isaayaas Sa'udiin dhimma Laga Abbayaarratti ga'ee akka qabaattu gaafatan