Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ajjeechaa gogeessota Gadaan booda jila guddaaf qophaa'aa kan jiru Gadaan Karrayyuu maal keessa jira?

  2. Gaachana gaafa rakkoo kan jedhamu Agarii Tulluu akkamiin yaadatama?

  3. Loltootni Itoophiyaa Gaazaatti bobbaafamufii?

  4. Waligaltee Itoophiyaa fi Ertiraa utuu walii hin galamin waggaa 25 gaheef maaltu fala?

  5. Itoophiyaatti ogeessonni fayyaa daa'ima ji'a kudhanii Furtuu balbalaa lama liqimse lubbuu baraaran

  6. Ameerikaan sagantaa DV lootarii addaan kutte

  7. Dhaabbanni TikTok Ameerikaatti gurguramuuf waliigaltee mallatteesse

  8. Jilli Itoophiyaa Jibuutiitii maal gochuutti jira?

  9. Poolisiin magaalaa Finfinnee waa'ee namoota miseensummaa Illuminaatiif nama afeeranii maal jedhe?

  10. Moodeliingiitii hanga Giifti-duree Waayit Haawusitti: Meelaaniyaa Tiraamp eenyu?

  11. Qacaleewwan kubbaa miilaa shan Waancaa Afrikaa injifatanii hin beekne

  12. TPLF mootummaan Federaalaa waliigaltee Piriitooriyaa balaaf saaxile jechuun irra deebiin himate

  13. Sandaafaatti shakkamaan hojjettuu baankii ajjeesee 'bineensa nyaachise' barbaadamaa jira

  14. Tiraamp loltoota Ameerikaa tokkoo tokkoo isaaniif doolaara 1,700 ol kennufi

  15. Ajajaan poolisii magaalaa Gambeellaa ajjeefamuufi haala nageenya naannichaa tibbanaa kan beeknu

  16. Poolisiin TikTookaroota 'waldaa seexanaatti makamaa' jedhaniifi kaan to'ate

  17. Tiraamp ammas lammileen biyyoota shan dabalataan US akka hin seenne dhorke

  18. Kaampaanonni Hindii Itoophiyaatti carraa hojii namoota 75,000 tahaniif uumaniiru- Naarendiraa Moodii

  19. Soorata namoota tuffatamootii hanga maaddii mootiitti: Qullubbii adii, qorsa dhibee hedduu