Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa
Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Itoophiyaan 'loogiifi doorsisa' Tiraamp dura akkamiin dhaabbachuu qabdi?
Kun ammallee Ameerikaatti ta'aa jira: 'Waggaa 14tti haatikoo mallatteessitee dhiira tokkoof na kennite'
Tiraampiin aangorraa buqqisuuf duulli eegalame maali?
Karoora 'Boordiin Nagaa' Gaazaa Tiraamp keessa eenyufaatu jira?
Abbaan alangaa himatawwan Obbo Taayyee Danda'aa irratti banaman sadan irratti maal jedhe?
Dogongora Tiraamp shanan Abbayyaafi Hidha Abbayyaarratti
Tiraamp Hidha Abbayyaa Masiriin 'bishaan gahaa akka hin arganne godhe' jechuun ibse "furuun qaba" jedhe
Tiraamp Waraana Addunyaa 2ffaa as sirna addunyaa raasaa jira
Gujiitti haleellaan mana nyaataa tokkotti raawwate lubbuu namootaa galaafate
Zahaa Hadiid: Arkiteektii jabduu Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu duuba jirtu
'Ameerikaan seerota idil-addunyaatii ol akka taateetti of ilaalti' - Barreessaa Olaanaa UN
Kabaja Ayyaana Cuuphaa suuraan
Puntilaand 'lammiilee Itoophiyaa' 23 ISIS'f lolaa turan to'adhe jette
Netaaniyaahuun karoora Gaazaa Pirezidaanti Tiraamp irratti yaaddoo qaba
Buufata hawaa haala rakkisaan mudate keessaa akkamiin ariitiin bahama?
Xalayaa Tiraamp irratti Masriifi Sudaan maal jedhan? Itoophiyaan maal gochuu qabdi?
Yunivarsitiin Itoophiyaa sadarkaa akka addunyaatti bahe keessa eessa jira?