Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Seerri addunyaan itti gaggeeffamtu dhabama ta'eera'- Bulchaa Jarman

  2. Itoophiyaatti gaa'ila ijaaruuf leenjiifi waraqaan ragaa dhuguma dirqama ta'uufii?

  3. Tiraamp sirna Ayaatolaa Alii Haminii buqqisuurratti yaada kenne

  4. Ajjeechaa daa'imman lakkuu hordofee haati akkamiin hidhaa waggaa 23'n adabamte?

  5. Arsiitti namoonni gareen daa'ima ugguruun birrii gafatan adabaman

  6. Obbo Taayyee Danda'aa maaliif dhaddacharraa hafan?

  7. 'Dubartiin maqaafi gochaan Caaltuu' akkamitti akka yunivarsiitii caalutti barachuurra geesse dubbatti

  8. Dureewwaniifi dippilomaatonni biyyoota garagaraa booda kana maaliif gara Itoophiyaa marmaaruu baay'isan?

  9. Tibba kana Dabra Taaboor keessatti maaltu mudate?

  10. Itoophiyaan kaardii herregaa kaffaltii idiladdunyaa raawwachuuf gargaaru eeyyamte, akkamiin hojjeta?

  11. 'Mucaan koo jaallatamtuun akkamiin ofirratti murteessite?' - Abbaa intala dhiibbaa TikTok'n of ajjeestee

  12. 'Kan wal lolaa jirru TPLF fi Shaabiyaa waliini' -Mootummaa naannoo Amaaraa

  13. 'Biyyoota malaammaltummaan itti hammate keessaa, Itoophiyaan foyya'iinsa argamsiiste'-Gabaasa

  14. UAEn humna addaa Sudaan (RSF) deeggarti himannaa jedhu waakkatte

  15. Arsiitti bakakkaan bonaan loon dallaa tokko fixe

  16. Maanguddoon waggaa 78 haadha warraa 23 fuudhan waa'ee gaa'elasaanii maal himu?

  17. Buufatni Poolisii 'Ismaart' Afrikaatti kan jalqabaa ta'uun Finfinneetti baname maali?

  18. UN muddama Itoophiyaa naannoo Tigraayitti mudate irratti ibsa kenne

  19. Benishaangul Gumuzitti mooraan leenjii humna addaa Sudaan - RSF ijaaramuu qorannoon Rooyitars mul'ise