Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Murtee Mana-maree Federeeshinii falmii guddaa kaaserratti eenyu maal jedhe?

  2. UAE, Turkii fi Sa'uudiin Itoophiyaarraa maal barbaadu?

  3. Agarsiisa waraana Itoophiyaa tibbanaa Ertiraan 'dubbii barbaacha' jette

  4. Muddamni US-Iraan hammaannan US hojjattoonni emabsiishee Beeruut jiran akka bahan ajajje

  5. Iraan 'harka kennuu' caalaa maaliif Ameerikaa waliin waraana filatti?

  6. Paartiin Obbo Getaachoo Raddaa sirrafamni yoo hin taasifamne filannorratti hin hirmaadhu jedhe

  7. Somaalilaand Ameerikaaf buufata waraanaa kennuuf qophii ta'uu beeksiste

  8. Namichi hidhatee qe'ee Tiraamp humnaan seene ajjeefamuu Tajaajilli Tikaa ibse

  9. Yaaddoo waraanaa Tigraayitti cimeen dhiphanne - Jiraattota

  10. Humna waraanaa fiixee Somaalee hanga Mitsiwwaa tiksu ijaarreerra - MM Abiy

  11. Haasaan ambaasaaddara Ameerikaa biyyoonni Arabaa balaaleffatan maali?

  12. Yukireen loltoonni isparmii kaffaltii malee akka keewwatan gaafachaa jirti

  13. Namoota ragaa sobaan baankota Birrii Mil. 89 kasaarsan to'achuu Poolisiin beeksise

  14. 'Bulchiinsi Tiraamp hogganaa Iran Ali Kameni fi ilmasaa ajjeesuu irratti mari'ataa jira'- Gabaasa

  15. Ogeessa ijoollummaatti doktara lubbuusaa baraare wajjin onnee waldhaanaa jiru

  16. Tiraamp abbootii murtii taarifa isaa kuffisan arrabsuun, taarifa haaraa %10 kaa'e

  17. Fayyisaa Leellisaa balaa konkolaataa mudateefi odeeffannoo bahanirratti deebii kenne

  18. Tiraamp sanadoonni waa'ee UFOfi qaamolee hin beekamne samii keessa jiru jedhaman akka ba'an gochuuf

  19. Harargee Lixaa: Kantiibaan duraanii ummata goyyomse akkamiin hidhaa cimaan adabame?