Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Obbo Gadduu Andaargaachoo MM Abiy 'gara Ertiraatti ergeera' jechuu irratti maal jedhan?

  2. Waliigalteen to'annoo nukilaraa xumuramnaan, US waliigaltee haaraan biyyoota kaan hirmaachise haa mallatteessinu jette

  3. US fi Iraan gidduutti lolli eegaluuf jedhamee sodaatamaa yeroo jirutti mari'atan

  4. Pirezidaantota, biliyeenarootaa fi namoota beekamoo addunyaa hirriba dhorkaa kan jiru Jefirii Eppistiin eenyu?

  5. Piriimerliigii Itoophiyaa keessatti ifee mul'achaa kan jiru Nagellee Arsii Waancaa mo'achuuf carraa qabaa?

  6. Biyyootni Afrikaa jeettii waraanaa ammayyaa US F-16 qaban kam fa'i?

  7. Obbo Girmaa Waaqee Daandii Qilleensaa Yugaandaatti muudaman oduu jedhu waajirri Pirezidant Museeveenii haale

  8. Tibbana dhimma Hidha Haaromsaa fi Tiraampiin doorsifamuun maqaansaa kan ka'e Tireevar Nohaa eenyu?

  9. Salaaletti tajaajilli bilbilaa fi intarneetii guyyootaaf adda cite

  10. Sirna Gadaa Oromoo walakkaa jaarraaf qorachuun addunyaatti kan beeksisan Prof. Asmaroom Laggasaa eenyu?

  11. Haasaa MM Abiy parlaamaa irratti taasisaniif Ertiraan deebii kennite

  12. Haleellaan ISIS xiyyaarota Itoophiyaan kireessite irratti raawwate maal ture?

  13. Pirezidantiin Somaalilaand Israa'el waliin waliigaltee daldalaa akka uuman, albuuda kennanis akka qaban himan

  14. Qabxiilee ijoo shan MM Abiy Ahimad paarlaamaatti dubbatan

  15. 'Ummata Iraan kana booda sodaachisnee bulchuu hin dandeenyu' jechuun qondaalonni Ayaatolaatti himan

  16. J-20A: Xiyyaara Chaayinaa waraana qilleensarraa addunyaa jijjiiraa jiru

  17. Masrii, Turkii fi Qaatar, Ameerikaa fi Iraan Ankaaraatti walitti fiduuf