Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Niwu Yoorkitti baqataa qaro-dhabeessi aangawoota immigireeshiniin gatamee du'ee argame

  2. US-Iraan: Masaanonni US Teehraan waliin ni dhaabbatuu?

  3. Haaloo bahiinsi Iraan ittisa humna qilleensaa US gaaffii keessa galchaa jira

  4. Israa'el erga hundooftee waggaa 100 hin guutne attamiin humna cimaa ijaarratte?

  5. Iraan fi Israa'el maaliif akkanaan diina waliif ta'an?

  6. 'Haleelaan US fi Israa'el Ayatolaa Alii Kameenii dabalatee gaggeessitoota Iraan olaanoorratti kan xiyyeeffatedha'

  7. Haleellaa US fi Israa'el Iraan irratti banan ilaalchisee hanga ammaa kan beeknu

  8. Nukilarri Iraan sadarkaa maalirratti argama? Ammallee yaaddoodhaa?

  9. Seenaa Iraan biyya Shi'aa: Bara Peershiyaa jedhamtu irraa hanga har'aatti

  10. Dargaggeessa Oromoo mana hidhaa taa'ee baratee amma saayintistii addunyaa ta'e- Imala Dr. Jiinenus Fiqaaduu

  11. Dhimma Obbo Taayyeen walqabatee hogganaan mana sirreessaa akka dhiyaatan manni murtii irra deebiin ajaje

  12. Dubartiin turtiin hawaarraa waa'ee Dachee hedduu ishee barsiise himti

  13. MM Abiy daawwataa kan jiran, Azarbaajaan, biyya akkamiiti?

  14. Tarkaanfiin Yunivarsiitii Salaalee isa 'Salaaleetti aannanirra bishaan warshaatu qaalidha' jedhamu jijjiiraa?

  15. Boombii nuklaraa yaaliif dhukaasuun akkamiin gaggeeffama? Biyyoota kam fa'aatu yaalii gaggeesse?

  16. Haasawa Tiraamp keessaa kamtu dhugaa kamtu dhara?

  17. Malli boca fuula dubartootaa ittiin miidhagsan jiraa? Odeeffannoo miidiyaa hawaasaarraa arginu hangam dhugaadha?

  18. Kamiseetti doktarri haala hin baramneen dhiigasaa arjoomuun lubbuu deessuu baraare maal hima?