Kabaja ayyaana Damaraa Masqalaa suuraadhaan

Maxxanfame

Ayyaanni Damaraa (Gubaa) Masqalaa Bataskaana Ortodoksii Itoophiyaatin ayyaana bifa addaan kabajamuudha.

Hambaa seenaa Itoophiyan UNESCOtti galmeessiste keessaa tokkoo Ayyaanna Masqalaadha.

Ayyaanni Damaraa Masqalaa jala bultii Ayyaana Masqalaatti kan kabajamuufi addababahiitti bahuun damaraan itti gubamuudha.

Kabaja Ayyaana Damaraa Masqalaa gubuu har'a kutaawwan Itoophiyaa garaa garaatti gaggeeffame keessaa muraasa suuradhaan ilaalaamee.