Kabaja ayyaana Damaraa Masqalaa suuraadhaan

Maxxanfame

Ayyaanni Damaraa (Gubaa) Masqalaa Bataskaana Ortodoksii Itoophiyaatin ayyaana bifa addaan kabajamuudha.

Hambaa seenaa Itoophiyan UNESCOtti galmeessiste keessaa tokkoo Ayyaanna Masqalaadha.

Ayyaanni Damaraa Masqalaa jala bultii Ayyaana Masqalaatti kan kabajamuufi addababahiitti bahuun damaraan itti gubamuudha.

Kabaja Ayyaana Damaraa Masqalaa gubuu har'a kutaawwan Itoophiyaa garaa garaatti gaggeeffame keessaa muraasa suuradhaan ilaalaamee.

Bulee Horaa

Madda suuraa, OBN

Ibsa waa'ee suuraa, Bulee Horaa
Finfinneetti

Madda suuraa, EBC

Ibsa waa'ee suuraa, Finfinnee
Asallaa

Madda suuraa, OBN

Ibsa waa'ee suuraa, Asallaa
Finfinnee

Madda suuraa, OBN

Ibsa waa'ee suuraa, Finfinnee
Hawasa

Madda suuraa, HAWASSA ADMIN PR

Ibsa waa'ee suuraa, Hawaasaa
Finfinnee

Madda suuraa, OBN

Ibsa waa'ee suuraa, Finfinnee
Asoosa

Madda suuraa, FBC Afaan Oromoo

Ibsa waa'ee suuraa, Asoosaa