Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Pirezidaantiin jalqabaa Oromiyaa waggaa 27 booda biyyatti galan Obbo Hasan Alii maaliin yaadatamu?

  2. 'Gaambeellaatti kaleessa qofa namoonni 100 ol rasaasaan dhahamanii yaalamaa jiru'

  3. Birriin Itoophiyaa akka addunyaatti dadhabaadha jedhamuun lammiilee biyyattiif hiikaa akkamii qaba?

  4. Itoophiyaatti harki guutummaatti balaadhaan citee ture akkamiin walitti deebi'e?

  5. Poolisiin paastarii hawaasa 'Salaale arrabse' jedhe seeratti dhiheessuuf

  6. Itoophiyaatti Labsiin gibira qabeenyaa haaraan qabeenya gosa akkamiifaa irratti kaffalchiisa?

  7. Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti qaqqabeen du'an

  8. Itoophiyaan Waancaa Afrikaa hundeessite ala teessee ilaaluurraa yoom itti hirmaatti?

  9. Itoophiyaafi Keeniyaan michummaa caalatti cimsachuuf waliigalan

  10. Atileetiin Itoophiyaa si'eessituun walqabatee waggaa sadiif adabamte eenyu?

  11. 'Hidhattoonni mootummaatti harka kennataniifi namoota nagaa ajjeesaa, saamaa turan seeraan nuuf haa gaafataman'- Jiraattota

  12. Naazraawwit kan Chaayinaatti hidhaa to'annoo cimaa keessa jirtu maalitti jirti?

  13. MM Abiy Ahimad waa'ee tiktookaroota hidhamanii maal dubbatan?

  14. Namni ajjeechaa Aadde Adaanach kumsaan shakkame to'atameeraa?

  15. 'Gambeellaatti humnoonni nageenyaa gahaan atattamaan bobbaafamuu qabu' - KMNI

  16. Tiraamp DV dhorkuun lammiilee Itoophiyaaf dhiibbaa akkamii qaba?

  17. Masriin Itoophiyaa waliin rakkoo hin qabdu, waliigaltee qofa barbaaddi - Al-Siisii

  18. Ajjeechaa gogeessota Gadaan booda jila guddaaf qophaa'aa kan jiru Gadaan Karrayyuu maal keessa jira?

  19. Gaachana gaafa rakkoo kan jedhamu Agarii Tulluu akkamiin yaadatama?

  20. Loltootni Itoophiyaa Gaazaatti bobbaafamufii?