Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Iraan keebilii interneetii galaana jalaa kutuu maltii?

  2. Sa'udi Arabiyaan maaliif iccitiin Iraan haleelte?

  3. Haleellaa hidhattootaan Matakkal keessatti raawwateen namoonni 30 ajjeefaman

  4. Namichi sobaan 'dabballee ABO Shaneeti' jedhee hiriyaasaa hiisise hidhaa cimaan adabame

  5. Bidiruuwwan xixiqqaa Ulaa Hormuuz irratti humna galaanaa Ameerikaa qoraa jiran

  6. MM Israa'el dhoksaan UAE daawwachuurratti Iraan fi UAEn deebii kennan

  7. 'The Beast' waa'ee konkolaataa Tiraamp ittiin imaluu maal beekna?

  8. Atileetonni utuu shaakalarra jiranuu wanti du'aaf isaan saaxilu maali?

  9. Ameerikaan qoqqobbii waraanaa Itoophiyaarra keessee turte kaafte

  10. Sirni ittisa misaa'elaa Tiraamp 'Golden Dome' doolaara tiriliyoona 1.2 baaasu haleellaa hunda hin qolatu jedhame

  11. Sa'uudiifi UAE'n Iraan irratti haleellaa raawwachuu gabaasni mul'ise

  12. Ameerikaan qoqqobbii Ertiraarraa kaasuun gaaffii inni kaasu

  13. Ob. Zagayyee Asfaaw: Hayyuu Qonnaan bulaa ciisanyummaa baasee abbaa lafaa taasise

  14. Paakistaan xiyyaarota waraanaa Iraaniif dawoo kennuun marii US fi Iraaniif maal akeeka?

  15. Hogganaan Pireesii Bulchiinsa Yeroo Tigiraay hidhamuu BBC'n mirkaneesse

  16. Egeree qindoominaa fi hariiroo mishaa moo waraana- walga'iin Tiraamp fi Shii bu'uura akkamii kaa'ee darba?

  17. Itoophiyaafi Ameerikaan dhimmoota ijoo sadiirratti waliigaltee mallatteessan

  18. Tiraamp dhukaasa dhaabuun US fi Iraan 'haala yaaddessaa' keessa jira jedhu

  19. Abbaan ijoollee jaha haati warraa qaama saalaa irraa muran maal jedhu?

  20. Biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadii 10 bay'inaan meeshaa waraanaa alaa galchan