Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Biyyoota Galoo Galaanaatti wanti miidiyaa hawaasaarratti maxxansitan hidhaa ykn biyyaa ari'amuu akka hordofsiisu beektuu?

  2. Gamoowwan Abbaan Jifaar jaarraa tokkoon dura Jimma taa'anii Makkaatti ijaarsisan amma maalirra jiru?

  3. Ameerikaan biyyoota Arabaaf meeshaa waraanaa akkami dhiyeessuuf jirti?

  4. ''Iraan yoo 'adaba hin godhattu' ta'e haleellaa itti deebifna''- Tiraamp

  5. Jarmaniin US loltoota ishee baasuun waan eegamu ture jette, Tiraamp ammas loltoonni akka ba'an ibse

  6. Gosoota kaansarii 11 dargaggoota irratti dabalaa jiran - saayintiistonni sababoota isaa akeekaniiru

  7. Buufatni xiyyaaraa filatamaa jedhamu kan akkamiiti? Booleen sadarkaa kam irra jira?

  8. Ameerikaan lakkoofsa loltoota Jarmanii qabdu keessaa 5,000 hir'isuufi

  9. Baqataan Itoophiyaa Ameerikaatii ari'ame Kaameroon seene

  10. Waraanni Kaaba Itoophiyaatti yoo ka'e wantoota ijoo shan mudachuu malan

  11. Guduunfaa

  12. Waa'ee du'a dubartii miidiyaa hawwaasaa irratti beekamtuu Boontuu Waaktolaa maal beekna?

  13. Shuulaa Koheen: Basaastuu Israa'el waggootaaf gola icciitii Libaanos onsaa turte

  14. Arsiitti ga'eessa haadha warraatiin qaamni saalaa guutuutti irraa murame deebi'ee hodhameef

  15. Itoophiyaan ajjeechaa lammiileerratti Afrikaa Kibbaatti raawwate balaaleeffatte

  16. IJOO

  17. Birriin dogongoraan herreega baankii nama biraa irratti galchitan siniif deebi'amoo hin deebiyu?

  18. Gabaasi HRW baqattoota Itoophiyaa 65 Sa'uudiitti du'a eeggataniif birmannaa gaafatu maal qabateera?

  19. Jeneraal Taaddeseen "aangoo hin dabarsu taanaan dogoggora ta'a" -TPLF

  20. Leenjisaan Tigist fi Yoomiif injifannoof gahan, Gammadoo Daddafoo eenyu?