Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Naannoon Amaaraa hojjetoota mootummaa 'hidhattootti makamanii' turaniifi walitti bu'insaan buqqa'an hojiitti akka deebiyan murteesse

  2. Traamp kasaaraa waraana Iraan cufachuuf dolaara bil.87 Kongresii gaafate

  3. Iloon Maask torbee lama keessatti sadarakaa tiriileeyenummaa isaa dhabe

  4. Ijoo

  5. Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhimma Finfinnee fi afaan hojii dabalatee qabxiilee 8 adda baase maal fa'i?

  6. Dooniin Itoophiyaa akkamiin Hormuuz keessa dabarte?

  7. HRW TPLF wixinee labsii lammileen loltummaan akka tajaajilan dirqisiisuufi mormitoota ittiin adabuuf baase akka haqu gaafate

  8. Sudaanitti Haleellaan saalaa akka tooftaa waraanaatti faaydaarra oolaa jira jedhe UN

  9. Ijoo

  10. Maallaqnii fi aangoon akkamiin ofitti amanamummaa dhiirotaa irratti dhiibbaa uumu?

  11. Israa'el Gaazaa keessatti daa'imman irratti xiyyeeffachuun duguuggaa sanyii raawwatte- UN

  12. Ijoo

  13. Paartiin Badhaadhinaa fi paartileen morkattootaa waa'ee bu'aa filannoo maal jedhan?

  14. Teessoo torba kan mo'ate 'Tibibbir LeItoophiyaa Andinnet' mana maree akka hin seenne ibse

  15. Biyyoota Afrikaa 10 bara 2025 humna waraanaan jajjaboo tahan, loltuufi baajata isaaniin yoo ilaalamu

  16. IJOO

  17. Filannoo Itoophiyaa: EZEMA'n teessoo Caffee Oromiyaa tokko yoo argatu, ABO'n homaa hin arganne

  18. Paartiin Badhaadhinaa teessoo paarlaamaa harka caalu mo'ate

  19. MM Xaaliyaan isa Tiraamp suuraa akka kaanuuf 'na kadhatte' jedheef deebii kennite

  20. Tigraayitti dirqamaan waraanaaf guuramuu: Dargaggootni naannichaa baqachuu fi dhokachuuf dirqaman