Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Poolisiin Itoophiyaa invastara beekamtuu yakka jabaan shakkee barbaaduu eegale

  2. Aangoon Bulchiinsa Yeroo Tigraay ''humnaan fudhatamaa'' jira - L/T Taaddasaa

  3. Gujiitti ogeessi fayyaa namni inni wallaanu du'uutti gaabbuun of ajjeesee?

  4. Dirribee Gadaa: Diddaa barattoota Garba Gurraachaa, hidhaa Maa'ikalaawii hanga Ameerikaa

  5. Loltuun Israa'el siidaa Durboo Maaramiitti tamboo afaan kaa'e dheekkamsa kaase

  6. TPLF himata mootummaa federaalaa 'naannicha gooluuf waraana Sudaan waliin tumsaa jira' jedhuuf deebii kenne

  7. US fi Iraan waraana kana xumuruuf dhihaataniiruu?

  8. Oduu Ijoo

  9. Biyyi ​​Islaamaa nukilera hidhattee, akka riqichaatti addunyaa tajaajilaa jirtu eenyu?

  10. Oduu ijoo

  11. US qoqqobbiiwwan Ertiraa irraa kaasuuf akka jirtu sanadi keessoo mootummaa biyyattii mul'ise

  12. Jawwee hanga Waraabeessaa bineensota hamoo madaksee kan waliin jiraatu- Lij Yaared

  13. Manni Maree Tigraay diigamee ture Dabratsiyooniin Pirezidantii gochuun muude

  14. Itoophiyaan himannaa Sudaan dirooniin Itoophiyaarraa ka'e Kaartuum haleele jechuun dhiheessite kuffiiste

  15. Ameerikaan Ulaa Hormuuz irratti bidiruuwwaan waraanaa Iraan heddu dhabamsiise jette

  16. IJOO

  17. Biyyoota addunyaa bal'ina lafaa fi baayyina uummataan gurguddoo ta'an 7 kunneen beektuu?

  18. ''Haaloo ba'uuf qophaa'u...'' waanti amma lammilee Iraanitti yaaddoo ta'aa jiru maali?

  19. Tiraamp US dooniiwwan ugguraman Ulaa Hormuz keessa akka nagaan dabarsuu eegaltu ibse

  20. IJOO